Faayidaa Mooriingaan fayyaaf qabu
Finfinnee, Amajjii 7, 2016 (FBC)- Naannawaa tokko tokkotti Mooriingaan “Shifarraa” jedhamuun kan waamamudha.
Biqilaan kun qabiyyeen albuudaa of keessaa qabu fayyummaa namaaf bu’aa hedduu…
Haaromsi Hospitaala Dubtii fi ijaarsa bu’uuralee misoomaa eegale
Finfinnee, Mudde 25, 2016 (FBC)- Ministirri Ministeera Fayyaa Dooktar Liyaa Taaddasaan haaromsa Hospitaala Dubtii fi ijaarsa bu’uuralee misoomaa hospitaalichaa eegalachiisan.
Hospitaalli…
Oromiyaatti namoonni miiliyoonni 26.9 miseensa Inshuraansii Fayyaa Hawaasaa ta’an- BFO
Finfinnee, Mudde 24, 2016 (FBC) – Naannoo Oromiyaatti namoonni miiliyoonni 26.9 ta’an miseensa Inshuraansii Fayyaa Hawaasaa ta'’uu Biiroon Fayyaa Oromiyaa beeksise.
Hanga ammaatti…
Dubartoota miiliyoona 8.8 ta’aniif talaalliin Kaansarii Fiixee Gadameessaa ni kannama – Ministeera…
Finfinnee, Mudde 22, 2016 (FBC) – Dubartoota miiliyoona 8.8 ta’aniif talaallii Kaansarii Fiixee Gadameessaa duulaan kennuuf qophiin taasiifamuu Ministeerri Fayyaa beeskiise.
Shammarra…
Yuunivarsiitiin Finfinnee Biiroo Fayyaa Oromiyaaf deeggarsa meeshaalee Birrii miiliyoona 40 taasise
Finfinnee, Mudde 18, 2016 (FBC)- Yuunivarsiitiin Finfinnee Biiroo Fayyaa Oromiyaaf deeggarsa meeshaalee Birrii miiliyoona 40'tti tilmaamamanii taasiseera.
Deeggarsi meeshaalee…
Hospitaala waliigalaa Yaaballootti daa’imman lakkuun walitti maxxanuun dhalatan
Finfinnee, Mudde 17, 2016 (FBC) – Godina Booranaa Aanaa Yaaballoo Hospitaala Waliigalaa Yaaballootti daa'imman lakkuun walitti maxxanuun dhalatan.
Daa'imman lakkuun walitti maxxanuun…
Naannoo Oromiyaatti Dhibee Busaa ittisuuf Agoobarri miiliyoonni 7.1 raabsame
Finfinnee, Mudde 14, 2016 (FBC) - Naannoo Oromiyaatti Dhibee Busaa ittisuuf Agoobarri miiliyoonni 7.1 raabsamuu Biiroon Fayyaa naannichaa beeksise.
Lammiilee miiliyoona 1.9 ta'aniif mana…
Pirojektiin babal’isa Hospitaalaa Rifeeraalaa Gobbaa %95 ol qaqqabe
Finfinnee, Mudde 10, 2016 (FBC)- Yuunivarsiitii Maddaa Walaabuutti Hospitaalli Riferaalaa Gobbaa tajaajila wal’aansaa kennuu daranqaqqabamaa taasisuuf hojjetamaa jiraachuun eerame.…
Miseensota Inshuransii fayyaa miliyoona 29’n ga`uuf hojjetamaa jira-BFO
Finfinnee, Mudde 5, 2016 (FBC)- Naannoo Oromiyaatti miseensota inshuransii fayyaa miiliyoona 29’n ga’uuf hojjetamaa jiraachuu Biiroon Eegumsa Fayyaa Oromiyaa beeksise.
Daayireektera…
Hospitaalli waliigalaa Eekkaa Kotabee tajaajila yaala idilee kennuu eegale
Finfinnee, Sadaasa 28, 2016 (FBC) – Hospitaalli waliigalaa Eekkaa Kotabee sababa weerara Vaayirasii Koroonaan adda kutee kan ture tajaajila yaala idilee kennuu eegaluu beeksiseera.…