Mooriingaa fi faayidaa fayyaa
Finfinnee, Bitootessa 20, 2016(FBC) - Faayidaa fayyaa mooriingaa/shifarraan qabu.
Yeroo baay’ee waan naannoo keenyatti argamu akka dawaatti hin ilaallu malee, dhibeewwan osoo nu hin qabin…
Baatiiwwan 8’n darbanitti namoonni miiliyoona 3.2 Busaan qabamaniiru-MF
Finfinnee, Bitootessa 20, 2016 (FBC)- Baatiiwwan saddeettan darbanitti namoota miiliyoona 10 keessaa namoonni miiliyoona 3.2 dhibee Busaan qabamuu Ministeerri Fayyaa beeksise.
Bakkaa…
Dhibee ofirraa ittisuun osoo danda’amu dagannaan lubbuu namaa baasaa jiru TB
Finfinnee, Bitootessa 15, 2016 (FBC) – Dhibee ofirraa ittisuun osoo danda’amu dagannaan miidhaa hamaaf nama saaxilu TB.
Guyyaan TB addunyaa har’a kabajameera.
Guyyaan kunis 'Eeyyee TB…
Itiyoophiyaatti Giddugalli ‘Wal’aansa Niwukilaraa’ jalqabaa baname
Finfinnee, Bitootessa 14, 2016 (FBC)- Itiyoophiyaatti giddugalli ‘Wal’aansa Niwukilaraa’ jalqabaa tajaajila kennuu eegale.
Giddugalichi tajaajilicha argachuuf baasii olaanaa ba’u hir’isuu…
Tiibii dhaabuuf karoora qabame milkeessuuf hirmaannaa barbaachisa jedhame
Finfinnee, Bitootessa 13, 2016 (FBC)- Bara Faranjootaa 2023'tti tatamsa’ina dhibee Tiibii dhaabuuf akkataa karoora qabameen waggoottan 7’n dhufan xiyyeeffannaan kan hojjetamu ta’uu…
Dooktar Maqdaas Dhaabaan Daayrektara “CIFF “waliin mari’atan
Finfinnee, Bitootessa 13, 2016 (FBC)- Ministirri Ministeera Fayyaa Dooktar Maqdaas Dhaabaan Jila Faawundeeshinii Fandii Invastimantii Daa’immanii (CIEF ) Dooktar Darrib Kaasaayee waliin…
Daddabarsi seeraan alaa dawaalee dhibeewwan weeraroo ittisuuf gufuu ta’eera-BFO
Finfinnee, Bitootessa 11, 2016 (FBC)-Oromiyaatti daddabarsi seeraan alaa dawaalee, dhibeewwan bifa weeraraan Naannoo Oromiyaatti mudatan ittisuuf gufuu ta'uu Biiroon Fayyaa Oromiyaa…
Oromiyaatti lammiileen miiliyoona 1.2 busaaf saaxilamaniiru-BFO
Finfinnee, Bitootessa 9, 2016 (FBC)- Naannoo Oromiyaatti bara 2016 qofatti qorannoo namoota miiliyoona 3.2’f taasifameen lammiileen miiliyoonni 1.2 busaaf saaxilamuu Biiroon Fayyaa Oromiyaa…
Tigraayitti lammiilee kuma 3 ol ta’aniif tajaajilli yaala moora ijaa bilisaan kennamaa jira
Finfinnee, Bitootessa 7, 2016 (FBC) - Naannoo Tigraayitti lammiilee kuma 3 ol ta'aniif tajaajilli yaala baqaqsanii yaaluu Moora ijaa bilisaan kennamaa jira.
Tajaajila yaala bilisaa kana…
Dooktar Maqdas Dhaabaan jila Faawundeeshinii Biil and Miliindaa Geetis waliin mari’atan
Finfinnee, Bitootessa 7, 2016 (FBC) - Ministirri Ministeera Fayyaa Dooktar Maqdas Dhaabaan jila Faawundeeshinii Biil and Miliindaa Geetis waliin mari'ataniiru.
Tumsi dhaabbilee lamaan…