Dhaabbilee fayyaa dhunfaa filatamanitti talaalliin Vaayirasii Koronaa fi talaaliiwwan idilee…
Finfinnee, Guraandhala 15, 2016 (FBC)- Dhaabbilee fayyaa dhunfaa filatamanitti talaalliin Vaayirasii Koronaa talaaliiwwan idilee biroo waliin akka kennamuuf hojmaanni haaraan eegalamuu…
Qunca’uu Garaachaa
Finfinnee, Guraandhala 14, 2016 (FBC) – Qunca'uun garaachaa yeroo haguugduun garaachaa sababa adda addaatiin haphatee/luqqa’e kan uumamudha.
Luqqa’uun haguugduu garaachaa kun akka keessi…
Oromiyaatti lammiilee miiliyoona 29 fayyadamtoota Inshuraansii Fayyaa taasisuuf hojjetamaa jira
Finfinnee, Guraandhala 12, 2016 (FBC)-Barana Oromiyaatti lammiilee miiliyoona 29 fayyadamtoota Inshuraansii Fayyaa taasisuuf hojjetamaa jiraachuun ibsame.
Koonfiraansiin…
Oomishaalee Talaallii % 60 Afrikaa keessatti oomishuuf karoorfamuu ibsame
Finfinnee, Guraandhala 10, 2016 (FBC) - Bara Faranjootaa 2040 Oomishaalee Talaallii % 60 Afrikaa keessatti oomishuuf Karoorfamuu Komishiniin To'annoo fi Ittisa Dhibee Afrikaa beeksise.…
Hospitaalichi Amajjii 27 hanga Guraandhala 1, 2016tti tajaajila yaala bilisaa kennuuf ta’uu ibse
Finfinnee, Amajjii 24, 2016 (FBC) – Hospitaalli Ispeeshaalaayizdii Quddus Pheexiroos Amajjii 27 hanga Guraandhala 1, 2016tti tajaajila yaala bilisaa kennuuf ta’uu beeksiseera.
Yaala…
Itiyoophiyaatti Pirojektiin weerara ittisuu fi deebii kennuuf dandeessisu ifoome
Finfinnee, Amajjii 20, 2016 (FBC)- Itiyoophiyaatti pirojektiin weerara ittisuu fi deebii kennuuf dandeessisu ifoomeera.
Sirnicharratti Ministirri Ministeera Fayyaa Dooktar Liyaa Taddasaa,…
Dadhabuu Onnee
Finfinnee, Amajjii 15, 2016 (FBC)- Onneen qaama dhiiga karaa hidda dhiigaa keessaan qaamota keenya garagaraatiif raabsuudha.
Dhiigni ammoo Oksijiinii fi wontoota biroo kan dalagaa qaama…
Dhaabbileen Faayyaa Magaalattii rakkoolee dandamachuun tajaajila fooyya’aa kennaa jiru-Dooktar…
Finfinnee, Amajjii 9, 2016 (FBC)- Dhaabbileen Fayyaa Magaalaa Shaggaritti argaman rakkoolee mudatan dandamachuun tajaajila fayyaa fooyya'aa kennaa jiraachuu Kantiibaan Bulchiinsaa…
Faayidaa Mooriingaan fayyaaf qabu
Finfinnee, Amajjii 7, 2016 (FBC)- Naannawaa tokko tokkotti Mooriingaan “Shifarraa” jedhamuun kan waamamudha.
Biqilaan kun qabiyyeen albuudaa of keessaa qabu fayyummaa namaaf bu’aa hedduu…
Haaromsi Hospitaala Dubtii fi ijaarsa bu’uuralee misoomaa eegale
Finfinnee, Mudde 25, 2016 (FBC)- Ministirri Ministeera Fayyaa Dooktar Liyaa Taaddasaan haaromsa Hospitaala Dubtii fi ijaarsa bu’uuralee misoomaa hospitaalichaa eegalachiisan.
Hospitaalli…