Naannichatti weerara Busaa Ittisuuf Agoobarri miiliyoonni 1.2 ol raabsame
Finfinnee, Hagayya 14, 2015 (FBC) – Naannoo Ummattoota Kibba Lixa Ityoophiyaatti weerara dhibee Busaa Ittisuuf Agoobarri miiliyoonni 1.2 ol raabsamuu Inistiityuutiin Fayyaa Hawaasaa…
Oromiyaatti agoobarri miiliyoona 7 ol raabsameera
Finfinnee, Hagayya 13, 2015 (FBC)- Naannoo Oromiyaatti dhibee busaa ittisuuf ogoobarri miiliyoona 7 ol raabsamuu Biiroon Fayyaa naannichaa beeksise.
Biirichatti Daayrektarrii Sagantaa…
Mallattooleen cirracha Hadhooftuuf maali?
Finfinnee, Hagayya 11, 2015 (FBC) –Cirracha Hadhooftuu jechuun wayita cirrachi afuuffee Hidhooftuu keessatti kuufameedha.
Cirrachi kun maalii fi akkamitti akka uumamu qorannoo qabatamaan…
Mallattoolee fi ka’umsa hir’ina dhiigaa
Finfinnee, Hagayya 8, 2015 (FBC) – Hir'inni dhiigaa yoo dhiigni diimaan qaama namaa keessatti argamu haga barbaadamuu gadi ta’e dhibee uumamuudha.
Hiri’inni dhiigaa dhiiraaf wayita hammi…
Tajaajila fayyaa hundagaleessaa fooyyessuuf hojiileen hojjetamaa jiran cimanii itti fufu-Dooktar…
Finfinnee, Hagayya 7, 2015(FBC)- Ityoophiyaatti tajaajila fayyaa hundagaleessaa fooyyessuuf hojiileen hojjetamaa jiran cimanii kan itti fufan ta’uu Ministirri Ministeera Fayyaa Doktar Liyaa…
Itti fayyadamni nyaata lubbuu baraarsaa hinmalle tajaajila fayyaa irratti dhiibbaa uumaa jira…
Finfinnee, Hagayya 5, 2015 (FBC)- Itti fayyadamni nyaataa lubbuu baraarsaa hinmalle jeeqamuu sirna nyaataa uumuun tajaajila fayyaa irratti dhiibbaa uumaa jiraachuu Ministirri Ministeera…
Naannoo Uummattoota Kibbaa aanaalee 43 keessatti Koleeraan mul’achuu ibsame
Finfinnee, Hagayya 4, 2015 (FBC) – Naannoo Uummattoota Kibbaa aanaalee 43 keessatti dhibeen Koleeraan mul'achuu Inistiityuutiin Fayyaa Hawaasaa naannichaa beeksiise.
Dhibichi lubbuu…
Waliingahiinsa wal’aansa Kaansarii dabaluuf hojjetamaa jira
Finfinnee, Hagayya 4, 2015 (FBC)-Waliingahiinsa tajaajila wal’aansa dhukkuba Kaansarii dabaluuf hojjetamaa jiraachuu Ministeerri Fayyaa beeksise.
Lakkoofsi lammiilee wal’aansa argatanii…
Koollejjiin Fayyaa Hospitaala Barkumee Qudduus Phaawuloos barattoota ogummaa yaala fayyaa barsiisaa…
Finfinnee, Adoolessa 30, 2015 (FBC) – Koollejjiin Fayyaa Hospitaala Barkumee Qudduus Phaawuloos barattoota ogummaa yaala fayyaa Dooktoreetiin barsiisaa ture 583 eebbisiiseera.…
Tatamsa’inni Dhibee Busaa fi Koleeraa dabalaa jira- Ministeera Fayyaa
Finfinnee, Adoolessa 25, 2015 (FBC) – Tatamsa'inni Dhibee Busaa fi Koleeraa dabalaa jiraachuu Ministeerri Fayyaa beeksise.
Tatamsa'inni dhibee Busaa fi Koleeraa haalaan babal'achaa…