Fana: At a Speed of Life!

Dhukkubni Kalee maali?

Finfinnee, Onkololeessa 6, 2016 (FBC) – Dhukkubni kalee sababoota garaagaraatiin fayyummaan kalee miidhamee dhiiga qulqulleessuu dadhabuun dhangala’aan xurawaan qaama keessatti kuufamee…

Kaanseriin Harmaa maali?

Finfinnee, Onkololeessa 1, 2016 (FBC) – Kaanseriin harmaa sababa rakkoo seeliin harmaa jijjiiramuu fi of baay’isuudhan kan muudatu ta’ee, gosoota kaanserii du’aatii fidaan keessaa sadarkaa…