Dhaabbanni Fayyaa Addunyaa naannoo Tigraayitti deeggarsa qorichaafi galtee yaala fayyaa meetirk…
Finfinnee, Guraandhala 25, 2015(FBC)- Dhaabbanni Fayyaa Addunyaa naannoo Tigraayitti deeggarsa qorichaafi galtee yaala fayyaa meetirk toonii 70 taasisuu dameen dhaabbatichaa Shireetti argamu…
Oromiyaatti ummanni miiliyoonni 16 dhibee ‘Onkoosarkasis’ waliin jiraatu
Finfinnee, Guraandhala 16, 2015 (FBC)- Naannoo Oromiyaatti ummanni miiliyoonni 16 dhibee ‘Onkoosarkasis’ waliin akka jiraataan Biiroon Fayyaa Oromiyaa ibse.
Waltajjiin marii dhibee…
Giddugaloonni waldhaansa dhibee kaansarii 3 waggaa tokko keessatti gara hojiitti akka galaniif…
Finfinnee, Guraandhala 15, 2015(FBC)- Giddugaloonni waldhaansa dhibee kaansarii Hawaasaa, Goondariifi Maqalee baatiiwwan ja’aa hanga waggaa tokko keessatti gara hojiitti akka galaniif…
Walta’iinsi Ittisa Bookee Busaa hoggantoota Afrikaa Ityoophiyaa dabalatee biyyoota 7f…
Finfinnee, Gurraandhala 11, 2015 (FBC) - Walta'iinsi Ittisa Bookee Busaa hoggantoota Afrikaa Ityoophiyaa dabalatee biyyoota 7f dhibicha ittisuuf hojii gaarii hojjetaniif beekkamtii kenneera.…
Kolleejiin saayinsii fayyaa Yuunivarsiitii Arsii barattoota ogummaa garaagaraan barsiisaa ture 202…
Finfinnee, Guraandhala 11, 2015 (FBC) – Kolleejjiin saayinsii fayyaa Yuunivarsiitii Arsii barattoota ogummaa garaagaraan barsiisaa ture 202 eebbisiiseera.
Barattoota kanneen keessaa 139…
Naannichatti namoonni kumni 182 fayyadamoo inshuraansii fayyaa hawaasaa ta’uu ibsame
Finfinnee, Guraandhala 10, 2015 (FBC)- Naannoo Harariitti namoonni Kumni dhibbi 1fi kumni 82 fayyadamoo inshuraansii fayyaa hawaasaa ta’uu Biiroon Eegumsa Fayyaa naannichaa beeksise.…
Oromiyaatti miseensota inshuraansii fayyaa miiliyoona 25 guddisuuf hojjetamaa jira jedhame
Finfinnee, Gurandhala 8, 2015 (FBC)- Naannoo Oromiyaatti lakkoofsa miseensota inshuraansii fayyaa hawaasaa miiliyoona 25’tti guddisuuf hojjetamaa jiraachuun ibsame.
Biiroon Fayyaa…
Dhaabbilee fayyaaf dhiyeessiin qorichaa %84 ga’uun ibsame
Finfinnee, Guraandhala 7, 2015 (FBC)- Dhaabbilee Faayyaa sadarkaan jiraniif dhiyeessiin qorichaa %84 ga’uun Ministeerri Fayyaa beeksise.
Ministeerichi gabaasaa raawwii baatiiwwan ja’an…
Yeroo ammaa dhibeewwan daddarboo caalaa kanneen hin daddarbinetu fayyaa namaa miidhaa jira jedhame
Finfinnee, Guraandhala 4, 2015(FBC)- Sagantaan baniinsa hubannoo uumuu fi ittisa dhibee Kaansarii Ujummoo nyaataa Yuunivarsiitii Arsiitti eegalameera.
Saganticharratti hayyoonni…
Dhaabbanni Gargaarsaa Ameerikaa dhaabbilee barnootaa fayyaaf deeggarsa taasise
Finfinnee, Guraandhala 3, 2015 (FBC)- Dhaabbanni Gargaarsaa Ameerikaa (USAID) dhaabbilee tumsitootaa waliin ta’uun dhaabbilee barnoota fayyaa 29 Ityoophiyaatti argamaniif deeggarsa…