Ityoophiyaatti namoonni kumni 617 ol HIV qabu-Ministeera Fayyaa
Finfinnee, Sadaasa 21, 2015 (FBC)-Tilmaama bara 2013/14 jiruun Ityoophiyaatti namoonni kumni 617 ol HIV’n dhiigasaanii keessa jiraachuu Ministeerri Fayyaa beeksise.
Ministirri Ministeera…
Hospitaala Xurunash Beejiingiif deeggarsa meeshaalee wal’aansaa taasisuuf waliigalteen…
Finfinnee, Sadaasa 20, 2015(FBC)- Hospitaala Xurunash Beejiingiif deeggarsa galtee meeshaalee wal’aansaa Birrii miiliyoona 8.3 taasisuuf waliigalteen mallatteeffame.
Ministirri…
Kolleejjiin fayyaa Hospitaala Adaamaa barattoota 169 eebbise
Finfinnee, Sadaasa 17, 2015 (FBC) – Kolleejjiin fayyaa Hospitaala Adaamaa barattoota ogummaa Fayyaa garaagaraan barsiisaa ture 169 eebbiseera.
Kollejjichi Digirii jalqabatiin barattoota…
Arsii Lixaatti namoonni kuma 24 ol dhibee busaaf saaxilamuu eerame
Finfinnee, Sadaasa 16, 2015 (FBC) – Godina Arsii Lixaatti namoonni kuma 24 ol dhibee busaaf saaxilamuu Waajjirri Fayyaa Godinichaa beeksise.
Itti Aanaan Itti Gafaatamaa Waajjira Fayyaa…
Dooktar Liyaa Taaddasaan Warshaa Faarmaasiyuutikaalaa Saansheeng daawwatan
Finfinnee, Sadaasa 15, 2015(FBC)- Ministirri Ministeera Fayyaa Dooktar Liyaa Taaddasaan Warshaa Faarmaasiyuutikaalaa Saansheeng Zoonii Indaastirii Magaalaa Duukamitti argamu daawwatan.…
Dhibeewwaan daddarboo ittisuuf hirmaannaan hawaasaa barbaachisaadha- BEFO
Finfinnee, Sadaasa 15, 2015(FBC)- Dhibeewwaan daddarboo ittisuuf hirmaannaan hawaasa hundaa barbaachisaa tahuu Biiroon Eegumsa Fayyaa Oromiyaa hubachiise.
Ittaanaan hogganaa Biiroo…
Sirna fayyaa cimaa ijaaruuf hojmaata qindaawaa barbaachisa-Dooktar Liyaa Taaddasaa
Finfinnee, Sadaasa 14, 2015(FBC)- Balaawwan fayyaa tasaa hawaasaa dandamachuuf sirna fayyaa cimaa ijaaruuf hojmaata qindaawaa barbaachisa jechuun Ministirri Ministeeraa Fayyaa Dooktar Liyaa…
Daandiin qilleensichaa meeshaalee yaalaa Toonii 10 ta’u deeggarsa taasiise
Finfinnee, Sadaasa 14, 2015 (FBC) – Daandiin Qilleensaa Ityoophiyaa meeshaalee yaalaa Fayyaa Toonii 10 ta’u deeggarsa taasiiseera.
Dhaabbata Xiyyaara Eerbaasii Oomishuu fi Dhaabbata…
Aanaa Gadaab Hasaasatti guyyaan harka dhiqannaa kabajame
Finfinnee, Sadaasa 12, 2015 (FBC) – Godina Arsii Lixaa Aanaa Gadaab Hasaasaatti Guyyaan Harka Dhiqannaa Addunyaa kabajameera.
Guyyaan kun akka addunyaatti yeroo 15ffaaf akka Naannoo…
Giddu galli Laabraatoorii Rifaraalaa, Qo’annoofi Qorannoo Fayyaa Hawaasaa Naqamtee Maashinoota lama…
Giddu galli Laabraatoorii Rifaraalaa, Qo’annoofi Qorannoo Fayyaa Hawaasaa Naqamtee Maashinoota lama hojii eegalchise
Finfinnee, Sadaasa 9, 2015 (FBC) – Giddu galli Laabraatoorii…