Lakkoofsa namoota fedhiin dhiiga arjoomanii dabaluuf hojjetamuu qaba jedhame
Finfinnee, Caamsaa 25, 2015 (FBC)– Hanqina dhiigaa mudatu hiikuuf lakkoofsa namoota fedhiin dhiiga arjoomanii dabaluuf hojjetamuu akka qabu Baankiin Dhiigaa Ityoophiyaa ibseera.
Namoonni…
Godinichatti meeshaaleen qorannoo dhibee daranyoo Sombaa aanaalee 4f deegarsaan laatame
Finfinnee, Caamsaa 22, 2015 (FBC) – Godina Jimmaatti meeshaalee qorannoo dhibee daranyoo Sombaa aanaalee 4f deegarsaan laatame.
Godinichatti waggaa waggaan namootni kumni 5 ol dhibee…
Barumsaa weerara Koronaa irraa arganneen weerara dhibeewwan biroo ittisuu dandeettii cimsuu…
Finfinnee, Caamsaa 16, 2015 (FBC)-Barumsa weerara Koronaa irraa arganneen weerara dhibbeewwan biroo mudachuu danda’an ittisuu fi deebii qubsaa kennuuf dandeettii cimsuun barbachisaa ta’uu…
Ityoophiyaan Yaa’ii Fayyaa Addunyaa 76ffaarratti hirmaachaa jirti
Finfinnee, Caamsaa 14, 2015 (FBC)- Jilli Ministira Ministeera Fayyaa Dooktar Liyaa Taaddasaan durfamu Yaa’ii Fayyaa Addunyaa 76ffaarraatti hirmaachaa jira.
Yaa’iin Fayyaa Addunyaa 76ffaan…
Lammiilee miiliyoona 1.8 oliif talaallii Dhibee Koleeraa laachuun eegalame – Ministeera Fayyaa
Finfinnee, Caamsaa 10, 2015 (FBC) – Aanaalee weerarri dhibee Koleeraa keessatti mul’ateetti namoota miiliyoona 1.8 oliif talaallii laachuun eegalamuu Ministeerri Fayyaa beeksiise.…
Ka’umsaa fi mallatoo dhiibbaa dhiigaa wayita ulfaa
Finfinnee, Caamsaa 10, 2015 (FBC)- Dhiibbaan dhiigaa wayita ulfaa mudatu, ulfa baatii afur irraa eegalee hanga baatii sagalitti akkasumaas da’umsaan booda hanga baati jahatti dhibee mudachuu…
Ministeerichi dhaabbilee Fayyaa Tigraayitti argamaniif meeshaalee yaalaa tumsa taasise
Finfinnee, Caamsaa 7, 2015 (FBC) – Ministeerri Fayyaa dhaabbilee Fayyaa Tigraayitti argaman tajaajila eegalchiisuuf meeshaalee yaalaa fi qorichaalee tumsa taasiseera.
Ministeerichi…
Duulli talaalii farra dhibee Koleeraa Godinaalee shan keessatti kennamaa jira
Finfinnee, Caamsaa 7, 2015 (FBC) – Duulli talaallii farra dhibee Koleeraa Godinaalee 5 keessatti itti fufiinsan guyyoota shaniif kanamuu eegaluu Biiroon Fayyaa Oromiyaa beeksiiseera.…
Dhibee koleeraa to’achuuf hojjetamaa jira – Biiroon Fayyaa Oromiyaa
Finfinnee, Caamsaa 4, 2015 (FBC) – Biiroon Fayyaa Oromiyaa dhibee koleeraa bifa weeraraatiin uumame to’achuuf hojjetaa jiraachuu beeksiseera.
Dhibeen Koleeraa Naannoo Oromiyaatti…
Yaa’iin jalqabaa Gamtaa Qorannoo Sagantaa Daranyoo Sombaa biyyoota Kibbaafi Baha Afrikaa…
Finfinnee, Caamsaa 3, 2015(FBC)- Yaa’iin jalqabaa Gamtaa Qorannoo Sagantaa Daranyoo Sombaa biyyoota Kibbaafi Baha Afrikaa magaalaa Finfinneetti gaggeeffamaa jira.
Waltajjicha…