Waa’ee Ulfaa
Finfinnee, Adoolessa 16, 2017 (FMC) –Ulfaa fi jijjiiramoota qaamaa yeroo ulfaa.
Haati tokko yemmuu ulfooftu jijjiiramoota adda addaa akka keessummeessitu saayinsiin fayyaa ni mul’isa.…
Lammiileen miiliyoonni 30.2 fayyadamoo Inshuraansii fayyaa ta’an
Finfinnee Adoolessa 12, 2017 (FMC) - Caffeen Oromiyaa yaa’ii idilee 9ffaa waggaa 4ffaa bara hojii 6ffaa magaalaa Adaamaa Galma Caffeetti gaggeessaa jira.
Lammiileen miiliyoonni 30.2…
Tatamsa’ina dhibee Busaa ittisuuf xiyyeeffannoon hojjetamaa jira – BFO
Finfinnee, Adoolessa 11, 2017 (FMC) – Oromiyaatti tatamsa’ina Dhibee Busaa ittisuuf hojjetamaa jira jedhe Biiroon Fayyaa Oromiyaa.
Godinaalee dhibichaaf saaxilamoo ta’an adda baasuun…
Hospitaalichi giddugala Tuuriiziimii Fayyaa akka ta’uuf hojjetamaa jira – Yuunivarsiitii Salaalee
Finfinnee, Adoolessa 2, 2017 (FMC) – Hospitaalli Hundagaleessi Addaa Yuunivarsiitii Salaalee giddugala Tuuriiziimii Fayyaa akka ta’uuf hojjetamaa jira jedhe Yuunivarsiitiin Salaalee.…
Itiyoophiyaan tajaajila wal’aansa dhibee kaansarii babal’isaa jirti- Dooktar Maqdas Dhaabaa
Finfinnee, Waxabajjii 23, 2017(FMC)- Ministirri Ministeera Fayyaa Dooktar Maqdas Dhaabaan Itiyoophiyaan tajaajila wal’aansa dhibee kaansarii babal’isaa jirti jedhan.
Fooramiin wal’aansa…
Hanqinni Vitaamiin ‘D’ Daa’imman Qofarratti hin mudatu
Finfinnee, Waxabajjii 22, 2017 (FMC) – Vitaamiin 'D’n coomaan kan bulbulamu yoo tahu, cooma qaama keenya keessa kuufame keessatti vitaaminii oomishuun kan fayyadamuudha.
Daa’imman reefu…
Kenni tajaajila fayyaa hawaasa giddugaleessa godhate guddina biyyaaf murteessaadha – BFO
Finfinnee, Waxabajjii 21, 2017 (FMC) – Kenni tajaajila fayyaa hawaasa giddugaleessa godhate guddina biyyaaf murteessaadha jedhe Biiroon Fayyaa Oromiyaa.
Sochii jijjiirama diinagdee,…
Giddugaloonni tursaa Maariyyee jaldeessaa 100 ol qophaa’an
Finfinnee, Waxabajjii 21, 2017 (FMC) – Akka Itiyoophiyaatti Giddugaloonni tursa Maariyyee jaldeessaa 100 ol qophaa'e jedhe Inistiityuutiin Fayyaa Hawaasaa Itiyoophiyaa.
Naannolee hundaa…
Magaalaa Dabra Birhaanitti haati tokko daa’imman afur ofkalte
Finfinnee, Waxabajjii 17, 2017 (FMC)- Yuuniivarsiitii Dabra Birhaan Hospitaala Hakiima Gizaawutti haati tokko si’a tokkotti daa’imman afur ofkalte.
Hospitaalichatti ogeessi fayyaa…
Ogeeyyiin yaala fayyaa lubbuu baraaruuf, nuti ammoo Itiyyoophiyaa baraaruuf hojjenna – Dooktar…
Finfinnee, Waxabajjii 15, 2017 (FMC) – Ogeeyyiin yaala fayyaa lubbuu baraaruuf, nuti ammoo Itiyyoophiyaa baraaruuf hojjetaa jirra waan ta'eef tokkummaan dhaabbachuu qabna jedhan Ministirri…