Waliingahiinsa talaallii ittisa dhibee busaa babal’isuuf hojjetamaa jira- Ministeera Fayyaa
Finfinnee, Onkoloolessa 6, 2018( FMC)- Ministeerri Fayyaa waliingahiinsa talaallii ittisa dhibee busaa sadarkaa biyyaalessaatti babal’isuuf hojjetamaa jira jedhe.
Ministeerichatti…
Dhukkubni busaa ammallee yaaddoo ta’aa jira – BFO
Finfinnee, Onkololeessa 5, 2018 (FMC) –Dhukkubni busaa ammallee yaaddoo ta'aa jira jedhe Biiroon Fayyaa Oromiyaa.
Kenniinsa tajaajila fayyaa qulqulluu, si'ataafi qaqqabamaa taasisuuf…
Tajaajilli Hospiitaala waliigalaa Baalee Roobee fooyya’e – Tajaajilamtoota
Finfinnee, Onkoloolessa 4, 2018 (FMC) - Tajaajilli Hospitaala Waliigalaa Baalee Roobeerraa argatan fooyya’uu tajaajilamtoonni dubbatan.
Jiraattonni magaalaa Roobeefi aanaalee godina…
Naannoo Afaaritti talaalliin ittisa dhibee Pooliyoo eegalame
Finfinnee, Fulbaana 30, 2018(FMC) – Naannoo Afaaritti talaallii qindaa’aan ittisa dhibee Pooliyoo marsaa 3ffaan eegalame.
Talaallichi har’a magaalaa Loogiyaatti eegalamuu fi daa’immaan…
Ministeerri Fayyaa naannolee sagaliif ambulaansii kenne
Finfinnee, Fulbaana 29, 2018 (FMC) - Ministeerri Fayyaa naannolee sagaliif ambulaansii deeggarsaan kenne.
Deeggarsi kun Birrii miiliyoona 400 fi miiliyoona 50 kan baasu yoo ta’u,…
Dhukkuba sammuu ittisuufi yaalanii fayyisuuf qindoominaan hojjetamaa jira
Finfinnee, Fulbaana 29, 2018(FMC)- Dhukkuba sammuu ittisuufi yaalanii fayyisuuf qindoominaan hojjetamaa jira jedhan Hooggantuun Biiroo Fayyaa Oromiyaa Piroofeesar Natsaannat Warqinaa.…
Itiyoophiyaan mirkaneessa ga’umsaa Dhaabbata Fayyaa Addunyaa sadarkaa 3ffaa milkeessuun faayidaa…
Finfinnee, Fulbaana 22, 2018 (FMC) - Itiyoophiyaan mirkaneessa ga’umsaa Dhaabbata Fayyaa Addunyaa sadarkaa 3ffaa (Maturity Level 3) milkeessuun faayidaa hedduu qaba jedhame.
Ministeerri…
Fayyadamummaa ogeeyyii yaala fayyaa mirkaneesuuf hojiileen garaagaraa hojjetamaa jiru –…
Finfinnee, Fulbaana 20, 2018 (FMC) - Fayyadamummaa ogeeyyii yaala fayyaa mirkaneessuuf tajaajila tajaajilamaa fi tajaajilaa giddugaleeffaterratti xiyyeeffatameera jedhe Ministeerri Fayyaa.…
Haati tokko al tokkotti daa’imman shan deesse
Finfinnee, Fulbaana 15, 2018(FMC) - Godina Wallagaa Bahaa magaalaa Naqamteetti haati tokko al tokkotti daa’immaan shan da’aniiru.
Jiraattuu magaalaa Naqamtee kan ta’an aadde Asteer…
Tajaajilawwan damee fayyaa dijiitaalessuuf hojjetamaa jira – Dooktar Maqdas Dhaabaa
Finfinnee, Fulbaana 8, 2018 (FMC) - Tajaajilawwan damee fayyaa dijiitalessuuf hojjetamaa jira jedhan Ministirri Fayyaa Dooktar Maqdas Dhaabaa.
Itiyoo teelekoom fi Tajaajilli Dhiyeessaa…