Hospitaalichi Sanbataa fi Dilbataa tajaajila yaala ijaa bilisaan daa’immaaniif kan laatu ta’uu…
Finfinnee, Muddee 9, 2013 (FBC)- Koolleejjiin Fayyaa Barkumee Hospitaala Qidduus Phaawuloos Sanbataa fi Dilbataa walitti fufiinsaa guyyoota lamaaf tajaajila yaala ijaa bilisaan…
Ityoophiyaan qorannoo yaala Covid-19 Dhaabbata Fayyaa Addunyaan durfamutti makamte
Finfinnee, Muddee 1, 2013 (FBC) – Ityoophiyaan qorannoo yaala Covid-19 Dhaabbata Fayyaa Addunyaan durfamutti makamte.
Inistiityuutiin qorannoo Armaawar Haansan hojii qorannoo…
Ityoophiyaatti namoota dabalatan 531 irratti vaayrasiin koroonaa yoo argamu lubbuun namoota 11…
Finfinnee, Sadaasa 29, 2013 (FBC)-Gabaasa qorannaa sa’aa 24 darbeetin, samuudaa namoota 5,288f qorannaan hojjetamee namoota 531 irratti vaayrasiin koroonaa argamuu Ministeerri Fayyaa FDRI…
Emmireetoonni Araba Gamtoomanii naannoo Tigraayif deeggarsa meeshaalee yaala garagaraa taasise
Finfinnee, Sadaasa 25, 2013 (FBC)- Emmireetoonni Araba Gamtoomanii naannoo Tigraayif deeggarsa meeshaalee yaala vaayrasii koroonaatif oolu taasiseera.
Dhaabbata Fayyaa Addunyaan kan…
Biriitaaniyaan talaalliin vaayrasii koroonaa ‘Faayzar’ jedhamu faayidaarra akka oolu eeyyamte
Finfinnee, Sadaasa 23, 2013 (FBC) – Biriitaaniyaan talaalliiwwan vaayrasii koroonaa ‘Faayzar fi Baayoonteek’ jedhaman faayidaarra akka oolan eeyyama laatte.
Biriitaaniyaan biyyoota…
Hoospitaalli ispeeshaalaayizdii Qidduus Peexroos tajaajila yaala idile addaan kutee ture eegaluufi
Finfinnee, Sadaasa 22, 2013 (FBC)- Hoospitaalli ispeeshaalaayizdii Qidduus Peexroos tajaajila yaala idilee fi covid-19 laachuuf qophii duraa xumuruun gara hojiitti galu beeksise.…
Waggaa waggaan namoonni kumni dhibbi 4 ol dhibee Busaan lubbuu ni dhabu – Dhaabbata Fayyaa Addunyaa
Finfinnee, Sadaasa 21, 2013 (FBC) – Waggaa waggaan namoonni kumni dhibbi 4 ol sababa dhibee Busaan lubbuu isaanii kan dhaban ta’uu Dhaabbanni Fayyaa Addunyaa gabaasa waggaa baaseen…
Yuunvarsiitiin Bulee Horaa giddugala qorannoo COVID-19 hundeesse eebbisiise
Finfinnee, Sadaasa 18, 2013 (FBC) – Yuunvarsiitii Bulee Horaa giddugala qorannoo vaayrasii koroonaa hundeesse har'a eebbisiiseera.
Preezdaantiin Yuunvarsiitii Bulee Horaa Dooktar Caalaa…
Hojiilee odeeffannoo fayyaa hojjetaman ilaalchisee mariin gaggeeffame
Finfinnee, Sadaasa 16, 2013 (FBC) - Koreen Qindeessaa Sirna Odeeffannoo Fayyaa Biyyaalessaa hojiilee odeeffannoo fayyaa Ityoophiyaatti hanga ammaatti hojjetaman ilaalchisee marii…
Talaalliin % 95 vaayrasii koroonaa fayyisuu danda’u ifoome
Finfinnee, Sadaasa 7, 2013 (FBC) –Talaalliin Kaampaanii Moodeernaa jedhamuun qoratamaa jiru % 94.5 dhibee koroonaa fayyisuu danda’a jedhame.
Talaalliin Moodernaan ifoomse kun…