Oromiyaatti namoonni dabalata 82 vaayrasii koroonaatin qabaman
Finfinnee, Onkololeessa 29, 2013 (FBC)-Naannoo Oromiyaatti gabaasa qorannoo sa’aa 24 darbeetiin namoonni 82 vaayrasii koroonaan qabamuu ibsame.
Naannichaatti sa’aa 24 darbeetiin…
Oromiyaatti namoonni dabalata 74 vaayrasii koroonaatin qabaman
Finfinnee, Onkololeessa 27, 2013 (FBC)-Naannoo Oromiyaatti gabaasa qorannoo sa’aa 24 darbeetiin namoonni 74 vaayrasii koroonaan qabamuu ibsame.
Naannichaatti sa’aa 24 darbeetiin qorannoo…
Yaa’iin damee fayyaa 22ffaan magaalaa Finfinneetti gaggeeffamaa jira
Finfinnee, Onkololeessa 25, 2013 (FBC) - Yaa’iin damee fayyaa 22ffaan magaalaa Finfinneetti gaggeeffamaa jiraachuu ibsame.
Yaa’iin damee fayyaa kun waggaa waggaan hojiiwwan…
Ammeentan tamsa’ina vaayrasii koroonaa dabalaa deemuus lammiileen of eeggannoo taasisaa hin jiran
Finfinnee, Onkololeessa 24, 2013 (FBC)- Ammeentan tamsa’ina vaayrasii koroonaa dabalaa deemuus lammiileen of eeggannoo taasisaa jiraachuu dhabuu Biirooleen Fayyaa naannoo Oromiyaa fi Kibbaa…
Ityoophiyaan Dooktaroota Sudaan 100f carraa barnootaa bilisaan laatte
Finfinnee, Onkololeessa 23, 2013 (FBC) –Ityoophiyaan Dooktaroota Sudaan kibbaa 100f carraa barnootaa bilisaan laachuu ishee Ministeerri Fayyaa Sudaan kibbaa beeksise.
Carraa…
Hospitaalota 12tti yaaliin kaansarii harmaa kennamaa jiraachuu Ministeerri Fayyaa beeksise
Finfinnee, Onkololeessa 18, 2013 (FBC) – Hospitaalota 12tti yaaliin kaansarii harmaa kennamaa jiraachuu Ministeerri Fayyaa beeksise.
Baatii kaansarii harmaa sadarkaa idil addunyaatti…
Oromiyaatti namoonni dabalata 95 vaayrasii koroonaatin qabaman
Finfinnee, Onkololeessa 17, 2013 (FBC) – Naannoo Oromiyaatti gabaasa qorannoo sa’aa 24 darbeetiin namoonni 95 vaayrasii koroonaan qabamuu ibsame.
Naannichaatti sa’aa 24 darbeetiin…
Oromiyaatti namoonni dabalata 128 vaayrasii koroonaatin qabaman
Finfinnee, Onkololeessaa 13, 2013 (FBC) – Naannoo Oromiyaatti gabaasa qorannoo sa’aa 24 darbeetiin namoonni 128 vaayrasii koroonaan qabamuu ibsame.
Naannichaatti sa’aa 24 darbeetiin…
Bara baajatichaatti dhiiga korojoo kuma dhibba 3 fi kuma 43 walitti qabuuf karoorfame
Finfinnee, Onkololeessa 11, 2013 (FBC)-Baankiin Dhiiga Biyyooleessaa bara baajata qabameetti dhiiga korojoo kuma dhibba 3 fi kuma 43 walitti qabuuf karoorsu beeksise.
Daayreektarri…
Ityoophiyaatti namoota COVID-19n qabaman keessaa %14.9 kan ta’aan tursa addaa ni seenu
Finfinnee, Onkololeessa 10, 2013 (FBC) –Ityoophiyaatti namoota vaayrasii koroonaatin qabaman keessaa %14.9 kan ta’aan gara tursiisa addaa akka seenan ibsameera.
Ityoophiyaatti haala…