Laaboraatooriiwwan yaalaa 4f tajaajjilli Akriditeeshinii laatame
Finfinnee, Onkololeessa 5, 2013 (FBC) –Laaboraatooriiwwan yaalaa 4f tajaajjilli Akriditeeshinii laatame.
Laaboraatooriiwwan yaalaa qajeelfama barbaachisu guutan 4f tajaajjilli…
Oromiyaatti namoonni dabalata 201 vaayrasii koroonaatin qabaman
Finfinnee, Onkololeessa 2, 2013 (FBC) – Naannoo Oromiyaatti gabaasa qorannoo sa’aa 24 darbeetiin namoonni 201 vaayrasii koroonaan qabamuu ibsame.
Naannichaatti sa’aa 24 darbeetiin…
Torbeen dhibee Bookee Busaa biyyaalessaa Shawaa Bahaatti kabajamaa jira
Finifnnee, Fulbaana 30, 2013 (FBC) – Torbeen dhibee Bookee Busaa biyyaalessaa godina Shawaa Bahaa aanaalee 3 keessatti kabajamaa jiraachuu ibsame.
Torbeen Bookee Busaa kun…
Guyyaan agartuu sadarkaa addunyaatti kabajamaa jira
Finfinnee, Fulbaana 28, 2013 (FBC)- Guyyaan agartuu addunyaa sadarkaa addunyaatti har’a kabajamaa jira.
Guyyichi akka Oromiyaatti Fulbaana 28,2013 mata duree ‘Abdiin Keenya Agartuu…
Manneen barnootaa hundaaf haguuggiin afaanii fi funyaanii tolaan ni laatama
Finfinnee, Fulbaana 27, 2013 (FBC) – Manneen barnootaa hundaaf haguuggiin afaanii fi funyaanii tolaan ni laatama jedhe Ministeerri Barnootaa FDRI.
Ministeerichi baruu barsiisuu…
Qajeelfamni weerara vaayrasii koroonaa ittisuu ifoome
Finfinnee, Fulbaana 26, 2013 (FBC)- Ministeerrii Fayyaa qajeelfama weerara vaayrasii koroonaa ittisuun lammiileen sosochii diinagdee fi hawaasummaa akka taasisan gargaaru ifoomseera.…
Qorattoonni damee yaala Fayyaan vaayrasii Heeppaataaytas ‘c’ argatan badhaasa noobeelii moo’atan
Finfinnee, Fulbaana 25, 2013 (FBC) – Qorattoonni damee yaala Fayyaan vaayrasii Heeppaataaytas ‘c’ tiruu miidhu argatan badhaasa noobeelii 2020 moo’atan.
Qorataan Briitaaniyaa Mikaa’eel…
Oromiyaatti namoota dabalataa 120 irratti vaayrasii koroonaa argame
Finfinnee, Fulbaana 23, 2013 (FBC)- Naannoo Oromiyaatti gabaasa qorannoo sa’aa 24 darbeetiin namoonni 120 vaayrasii koroonaan qabamuu ibsame.
Naannichaatti sa’aa 24 darbeetiin qorannoo…
Waldaan misooma Tigraay kitoota qorannoo covid-19 tilmaama Birrii miiliyoona 5 qabanii Biiroo…
Finfinnee, Fulbaana 23, 2013 (FBC)- Waldaan misooma Tigraay kitoota qorannoo covid-19 tilmaama Birrii miiliyoona 5 qabanii Biiroo Eegumsa Fayyaa naannoo Tigraayiif laate.
Deeggarsicha…
Tumsi damee fayyaa Chaayinaa fi Ityoophiyaa cimeet itti fufa -Dooktar Liyaa
Finfinnee, Fulbaana 21, 2013 (FBC) – Tumsi damee fayyaa Chaayinaa fi Ityoophiyaa cimeet itti fufa jedhan ministirri Ministeera Fayyaa FDRI Dooktar Liyaa Taaddasaan.
Dooktar Liyaan…