Sirni kabajaa ayyaana irreechaa bara kanaa covid-19 irraa of eegganno raawwatamu qaba jedhame
Finfinnee, Fulbaana 21, 2013 (FBC) – Sirni kabajaa ayyaana irreechaa bara kanaa vaayrasii koroonaarraa of eegganno raawwatamu akka qabu Inistiityuutiin Fayyaa Hawaasaa Ityoophiyaa…
Gidduuggalli onnee Ityoophiyaa qorannoo duraa onnee bilisaan taasisuufi
Finfinnee, Fulbaana 19, 2013 (FBC) – Gidduuggalli onnee Ityoophiyaa waggaa waggaan Fulbaana 19 kan kabajamuu guyyaa onnee idil addunyaa sababeeffachuun guyyoota 3 kan turuu qorannoo duraa…
Biraazil talaallii Covid-19 Chaayinaan hojjette Mudderraa jalqabeen fayyadama jette
finfinnee, Fulbaana 18, 2013 (FBC) - Biraazil talaallii Covid-19 Chaayinaan hojjette Mudderraa jalqabeen fayyadama jette.
Biraazil biyyoota addunyaa weerara vaayrasii koroonaattiin…
Oromiyaatti namoota dabalataa 91 irratti vaayrasii koroonaa argame
Finfinnee, Fulbaana 14, 2013 (FBC)- Naannoo Oromiyaatti gabaasa qorannoo sa’aa 24 darbeetiin namoonni 91 vaayrasii koroonaan qabamuu ibsame.
Naannichaatti sa’aa 24 darbeetiin qorannoo…
aadde Alamtsahaay Phaawuloos hoospitaala fi buufata fayyaa Arbaa Mincii daawwatan
Finfinnee, Fulbaana 14, 2013 (FBC) –Ministir Deettaan Ministeera fayyaa aadde Alamtsahaay Phaawuloos naannoo Kibbaa Godina Gaamootti hoospitaala fi buufata fayyaa Arbaa Mincii daawwatan.…
Abbootiin amantaa dhibee HIV ittisuu fi too’achuuf itti gaafatamummaa isaanii akka ba’an waamichi…
Finfinnee, Fulbaana 12 , 2013 (FBC) – Abbootiin amantaa adeemsa dhibee HIV ittisuu fi too’achuu irratti itti gaafatamummaa isaanii ba’uu akka qaban Minisirri Ministeera Fayyaa Dooktar…
Dhaabbatni Fayyaa Addunyaa (WHO) qorichoota aadaa Afrikaa Covid19 fayyisu jedhaman irratti yaalii…
Finfinnee, Fulbaana 11, 2013 (FBC) – Dhaabbatni Fayyaa Addunyaa (WHO) qorichoota aadaa Afrikaa Covid19 fayyisu jedhaman irratti yaalii taasisuuf murteesse.
Qorichooti aadaa yoo saayinsiin…
Biyyatiitti dhukkuboonni daddarboo hintaane sadarkaa yaadessaarra gahuun ibsame
Finfinnee, Fulbaana 9, 2013 (FBC) – Biyyatiitti dhukkuboonni daddarboo hintaane sadarkaa yaadessaarra gahuun ibsame.
Biyyatiitti dhukkuboota onnee fi dhiphina ujummoo dhiigaa…
Guyyaan nageenya wallaannamtootaa kabajamaa jira
Finfinnee, Fulbaana 7, 2013 (FBC) – Guyyaan nageenya wallaannamtootaa sadarkaa idil addunyaatin si'a 2ffaaf kabajamaa jira.
Guyyichis "Nageenyi qaamolee tajaajila fayyaa…
Dhaabbileen 4 Ministeera Fayyaaf deeggarsa meeshaalee vaayrasii koroonaa taasisan
Finfinnee, Fulbaana 6, 2013 (FBC) –Dhaabbileen adda addaa 4 deeggarsa meeshaalee vaayrasii koroona ittisuu fi to’achuuf oolan Ministeera Fayyaaf taasisaniiru.
Deeggarsii taasifamees…