Saamuunaan qulqullinaa har’aa eegaluun manneen qorichaa Kanamaatti ni rabsamu
Finfinnee, Bitootessa 8, 2012 (FBC) – Saamuunaan qulqullinaa(saaniitaayzariin) har’aa eegaluun manneen qorichaa Kanamaatti kan rabsamu ta’uu bulchiinsi magaalaa Finfinnee beeksise.
Biyya…
Yaaliin talaallii vaayrasii koroonaa taasifamuufi
Finfinnee, Bitootessa 7, 2012 (FBC) – Yaaliin talaallii vaayrasii koroonaa Ameerikaatti taasifamuuf.
Talaallichi deeggarsa faandii Insitityuutii Fayyaa Biyyaalessaa Ameerikaatiin kennama.…
Haguuggii funyaanii fi afaanii Birrii 500 gurgurraan beeksisaa kan turan to’ataman
Finfinnee, Bitootessa 7, 2012 (FBC) –Haguuggii funyaanii fi afaanii Birrii 500 gurgurraan beeksisaa kan turan to'ataman.
Namoonni to'annaa jala oolan sadi'i.
Namoonni kanneen fuula…
Walga’iin koree waloo Ministeera Fayyaa Naannoole fi dhaabbileen waamamoo xumurame
Finfinnee, Bitootessa 5, 2012 (FBC) - Walga’iin koree waloo Ministeera Fayyaa Naannoole fi dhaabbileen waamamoo xumurame.
Walga’iin koree waloo Ministeera Fayyaa Naannoole fi dhaabbileen…
Biiroon Fayyaa Finfinnee buufataalee fayyaa fi hoospitaalotaaf ambulaansota 31 laate
Finfinnee, Bitootessa 5, 2012 (FBC) –Biiroon Fayyaa Finfinnee buufataalee fayyaa fi hoospitaalota magaalicha keessatti argamaniif ambulaansota 31 laate.
Hogganaan biirichaa…
Kibbatti duulli talaallii pooliyoo marsaa 2ffaan eegale
Finfinnee, Bitootessa 4, 2012 (FBC)- Naannoo Kibbaatti duulli talaallii pooliyoo marsaa 2ffaan eegaluu Inistiitiyuutiin Fayyaa Hawaasaa naannichaa beeksiseera.
Daayreektarri…
Keeniyaatti vaayrasiin koroonaa muul’achuun dhaga’ame
Finfinnee, Bitootessa 4, 2012 (FBC) - Mootummaan Keeniyaa dhukkubni koroonaa vaayirasii jalqabaa biyyattiitti argamuu beeksise.
Ministirri Fayyaa biyyattii Mutaah Kaagiwee ibsa…
Giiftii dureen Kaanaadaa fi Leenjisaan Arsenaal Mikeel Arteettaan vaayrasii koroonaan qabaman
Finfinnee, Bitootessa 4,2012 (FBC)- Haati warraa muummee ministiraa Kanaadaa Soofiyaa Griigoorii Truudoo fi Leenjisaan Arsenaal Mikeel Arteettaan vaayrasii koroonaan qabamuun ibsame.…
Badhaafamaan badhaasa Akkaadaamii Artiist Toom Hankiisii fi haati warraa isaa vaayrasii koroonaatin…
Finfinnee, Bitootessa 3, 2012 (FBC) - Badhaafamaan badhaasa Akkaadaamii Artiist Toom Hankiisii fi haati warraa isaa vaayrasii koroonaatin qabamuun himame.
Ogeessi aartii beekamaan Toom…
Jimmaatti tajaajilli yaala bilisaa laatame
Finfinnee, Bitootessa 2, 2012 (FBC) –Yuunvarsiitin Jimmaa Staarkeey Hiiriing Faawundeeshin, Proojaktii Kaataraaktii fi Tajaajila Viizhin Keer Ityoophiyaa waliin tajaajila yaala bilisaa…