Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Sosochiin Ityoophiyaan haa oomishtuu jijjiiramoota hedduu fideera- Ministeera Indaastirii
Finfinnee, Bitootessa 27, 2015(FBC)- Sosochiin Ityoophiyaan haa oomishtuu jijjiiramoota hedduu fiduu Ministirri Ministeera Indaastirii Obbo Malaakuu Allabal ibsan.
Waltajjiin marii…
Jilli Obbo Adam Faaraahin durfamu Pireezidaantii Somaaliyaa waliin mari’ate
Finfinnee, Bitootessa 27, 2015 (FBC) – Jilli Ittaanaa Pireezidaantii Paartii Badhaadhinaa Obbo Adam Faaraahin durfamu Pireezidaantii Somaaliyaa Hasan Sheek Mohaammad waliin mari’ate.…
Jilli Obbo Adam Faraahiin durfamu Somaaliyaatti daawwannaa hojii taasise
Finfinnee, Bitootessa 26, 2015 (FBC) – Jilli Itti aanaa Pireezidaantii Paartii Badhaadhinaa Obbo Adam Faraahiin durfamu Somaaliyaatti daawwannaa hojii taasiseera.
Jilichi wayita Magaalaa…
Xaaliyaaniin hariiroo hunda galeessa Ityoophiyaa waliin qabdu guddisuuf murannoo qabaachuu ibsite
Finfinnee, Bitootessa 26, 2015 (FBC) – Itti Aanaan Muummee Ministiraa fi Ministirri Alaa Obbo Dammaqaa Makonniin Ityoophiyaatti Ambaasaaddara Xaaliyaanii Agostiinoo Paaleesee waliin…
Qondaaltoonni Waraanaa Ityoophiyaa fi Eertiraa waliin mari’atan
Finfinnee, Bitootessa 26, 2015 (FBC) – Qondaaltoonni Waraanaa olaanoo Ityoophiyaa fi Eertiraa dhimmoota garaagaraarratti waliin mari'ataniiru.
Dhimmoota daangaa biyyoota lamaanii fi…
Baatii Eeblaa hammi roobaa fooyya’aan jiraachuu ibsame
Finfinnee, Bitootessa 26, 2015 (FBC) – Baatii Eeblaa roobni jiraachuu Inistiityuutiin Raaga haala Qilleensaa Ityoophiyaa beeksiseera.
Roobni gahaan waqtii arfaasaa lamaan darbanirraa…
Aanaa Addaa Burjiitti namoonni kumni 83 ol sababa hongeen rakkoof saaxilaman
Finfinnee, Bitootessa 26, 2015 (FBC) – Naannoo Ummattoota Kibbaa aanaa Addaa Burjiitti namoonni kumni 83 ol sababa hongeen rakkoof saaxilamuu bulchiinsi aanichaa beeksise.
Aanichaatti…
Baankiin Addunyaa fayyadama Qabeenya Bishaaniif deeggarsa barbaachisu kan taasiisu ta’uu ibse
Finfinnee, Bitootessa 26, 2015 (FBC) – Ministirri Ministeera Bishaanii fi Inarjii Dooktar Injiinar Haabtaamuu Ittafaan Baankii Addunyaatti daayrektara damee Bishaanii Saarooji Kumaar fi jila…
Gamtaan Awurooppaa tumsa Ityoophiyaa waliin qabu cimsuuf ni hojjeta- Ambaasaaddar Roolaand Koobiyaa
Finfinnee, Bitootessa 26, 2015(FBC)- Gamtaan Awurooppaa tumsa Ityoophiyaa waliin qabu cimsuuf kan hojjetu ta’uu Ityoophiyaatti Ambaasaaddarri Gamtaa Awurooppaa Ambaasaaddar Roolaand…
Damee Qonnaa caalmatti bu’aa qabeessa taasiisuuf hojmaanni qindaa’aan cimee itti fufeera -Ministeera…
Finfinnee, Bitootessa 26, 2015 (FBC) – Ministirri Qonnaa Dooktar Girmaa Amanteen Damee Qonnaa caalmatti bu’aa qabeessa taasiisuuf dhimmoota dandeessisanirrati hoggantoota dhaabbata Agiraa…