Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Damee Qonnaa caalmatti bu’aa qabeessa taasiisuuf hojmaanni qindaa’aan cimee itti fufeera -Ministeera…
Finfinnee, Bitootessa 26, 2015 (FBC) – Ministirri Qonnaa Dooktar Girmaa Amanteen Damee Qonnaa caalmatti bu’aa qabeessa taasiisuuf dhimmoota dandeessisanirrati hoggantoota dhaabbata Agiraa…
Aadde Adaanech Abeebeen Ityoophiyaatti Ambaasaaddara Israa’el waliin mari’atan
Finfinnee, Bitootessa 26, 2015(FBC)- Kantiibaan Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech Abeebeen Ityoophiyaatti Ambaasaaddara Israa’el Allallinyi Admaasuu waliin mari’ataniiru.
Mariisaaniin,…
Ityoo-Telekoomiifi Manni Murtii Waliigalaa Federaalaa kenniinsa tajaajila murtii diijitaalaa…
Finfinnee, Bitootessa 26, 2015(FBC)- Ityoo-Telekoomiifi Manni Murtii Waliigalaa Federaalaa waliigaltee kenniinsa tajaajila murtii diijitaalaa hojiirra oolchuu dandeessisu waliif…
Dhaabbileen 193 fayyadamoo sagantaa sochoostota diinagdee mirgi addaa eeyyamameef ta’an
Finfinnee, Bitootessa 26, 2015(FBC)- Komishiniin Gumruukaa dhaabbilee 193’f fayyadamoo sagantaa sochoostota diinagdee mirgi addaa eeyyamameef akka ta’aniif beekamtii kennuu ibsame.…
Hariiroo Ityoophiyaa fi Angoolaa damee Biiznasiin jiru cimsuun barbaachisaadha – Obbo Dammaqaa…
Finfinnee, Bitootessa 26, 2015 (FBC) – Hariiroo Ityoophiyaa fi Angoolaa damee Biiznasiin jiru cimsuun barbaachisaa ta’uu Itti Aanaan Muummee Ministiraa fi Ministirri Dhimma Alaa Obbo…
Manni Maree Bakka Bu’oota Ummataa mirga himatamuu dhabuu Dooktar Caalaa Waataa kaase
Finfinnee, Bitootessa 26, 2015 (FBC) – Manni Maree Bakka Bu’oota Ummataa Yaa’ii Idilee 13ffaa har’a gaggeesseen mirga himatamuu dhabuu miseensa mana marichaa Dooktar Caalaa Waataa kaaseera.…
Manni marichaa muudama Pireezidaantii Mana Murtii Olaanaa Aadde Leellisee Dassaalanyi raggaasise
Finfinnee, Bitootessa 26, 2015(FBC)- Manni Maree Bakka Bu’oota Uummataa muudama Pireezidaantii Mana Murtii Olaanaa Aadde Lellisee Dassaalanyiifi Ittaantuu Pireezidaantii Aadde Zahaaraa Umar…
Hojiin lammiilee Ityoophiyaa Saa’ud Arabiyaatti haala rakkisaa keessa turan gara biyyaa deebisuu…
Finfinnee, Bitootessa 26, 2015 (FBC) – Baatii Bitootessaa 2014 eegalee lammiileen Ityoophiyaa Saa’ud Arabiyaatti haala rakkisaa keessa turan kumni 131 ol gara biyyaa deebi’’uu Komishiniin…
Hanga ammaatti lammiileen kumni 131 gara biyyaatti deebi’aniiru-MDhA
Finfinnee, Bitootessa 25, 2015 (FBC)- Hanga ammaatti lammiileen Ityoophiyaa Saa’ud Arabiyaatti haala rakkisaa keessa turan kumni 131 gara biyyaatti deebi’uu Ministeerri Dhimma Alaa…
Paarlaamaawwan Ityoophiyaa fi Ingiliz hariiroo isaanii caalmaan cimsuuf akka hojjetan beeksisan
Finfinnee, Bitootessa 25, 2015 (FBC)- Paarlaamaawwan Ityoophiyaa fi Ingiliz hariiroo gidduu isaanii caalmaan cimsuuf akka hojjetan beeksisan.
Walitti Qabaan Koree Dhaabbii…