Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Manni Maree Nageenyaa Naannoo Amaaraa haala nageenya naannichaa gamaaggame
Finfinnee, Fulbaana 5, 2018 (FMC)- Manni Maree Nageenyaa Naannoo Amaaraa haala nageenya naannichaa gamaaggameera.
Gamaaggamichaan haalli nageenyaa naannichaa yeroo gara yerootti…
Yoo hojjetan wanti hin milkoofne hin jiru – Barataa Kaaliid Bashiir
Finfinnee, Fulbaana 5, 2018, (FMC)- Yoo cimanii hojjetan wanti hin milkoofne hin jiru jedhe Barataan Qabxii olaanaa Biyyaalessaa galmeesse Kaaliid Bashir.
Kaaliid Bashiir Qormaata…
Ministirri Muummee Itti aanaan Obbo Tamasgeen Xurunaa hoggantoota Mana Marichaa waliin mari’atan
Finfinnee, Fulbaana 5, 2018(FMC)- Ministirri Muummee Itti aanaan obbo Tamasgeen Xurunaa hoggantoota haaraa Mana Maree Waliigalaa Dhimmoota Islaamummaa Itiyoophiyaa waliin mari’ataniiru.…
Barataa Saayinsii Hawaasaan Qabxii Olaanaa galmeesse
Finfinnee, Fulbaana 5, 2018 (FMC)-Barataa Caalaa Garramaa Ejjetaan Qormaata Biyyaalessaa kutaa 12ffaa Saayinsii Hawaasaan akka biyyaatti qabxii 562 galmeessuun seenaa hojjate.
Caalaa…
Itiyoophiyaafi Raashiyaan damee Ispoortiin tumsaan hojjechuuf waliigalan
Finfinnee, Fulbaana 5, 2018(FMC)- Itiyoophiyaafi Raashiyaan damee Ispoortiin tumsaan hojjechuuf waliigalaniiru.
Ministir Deetaan Ministeera Aadaafi Ispoortii Nafiisaa Almahiidiin…
Barattoota Shamarranii qormaata biyyaalessaan qabxii olaanaa galmeessan
Finfinnee, Fulbaana 5, 2018 (FMC) – Barattuu Siimboo Darajjee fi Hayimaanoota Yohaannis Qormaata Biyyaalessaa kutaa 12ffaa bara 2017’n akka biyyaatti barattoota shamarranii keessaa qabxii…
Kaaliid Bashiir Barataa akka biyyaatti Qabxii 591 galmeesse
Finfinnee, Fulbaana 5, 2018 (FMC)- Barataan Kaaliid Bashiir Mana Baruumsaa Ifa Boruu Bultii Addaa Dodolaa irraa akka biyyaatti Qabxii olaanaa galmeesseera.
Kaaliid Bashiir Qabxii Qormaata…
Marsariitiin bu’aan qormaataa ittiin ilaallamu ifoome
Finfinnee, Fulbaana 5, 2018 (FMC) – Marsariitii bu’aan qormaata biyyaalessaa kutaa 12ffaa bara 2017 ittiin ilaallamu ifoomeera.
Barattoonni har’a waaree boodaa eegalanii marsariitii fi…
Naannoo Oromiyaatti adeemsi baruufi barsiisuu bara barnootaa 2018 eegale
Finfinnee, Fulbaana 5, 2018(FMC)- Naannoo Oromiyaatti adeemsi baruufi barsiisuu bara barnootaa 2018 guyyaa har’aa eegaleera.
Naannichatti adeemsi baruufi barsiisuu bara kanaa guyyaa…
Dhalootni ammaa dhaloota seenaa himu, seenaa barreessuufi seenaa hojjetuudha – obbo Awwaluu…
Finfinnee, Fulbaana 5, 2018 (FMC) – Xumuramuu Hidha Guddicha Haaromsaa Itiyoophiyaa hordofee Hoggantoonnii fi hojjettoonni naannoo Oromiyaatti sosochii ga’umsaa qaamaan gammachuu isaanii…