Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Namoota Bidiruun dhidhiman keessaa Reeffi namoota 7 argame
Finfinnee, Bitootessa 18, 2015 (FBC) – Hara Caamoorratti namoota Bidiruun dhidhiman keessaa Reeffi namoota 7 argamuu Poolisiin Godina Gaamoo beeksiise.
Sambata darbe waaree booda bidiruun…
Obbo Dammaqaan Pireezidaantii Dhaabbata farra Si’eessituu idil addunyaa waliin mari’atan
Finfinnee, Bitootessa 18, 2015 (FBC) – Itti Aanaan Muummee Ministiraa fi Ministirri Dhimma Alaa Obbo Dammaqaa Makonniin Pireezidaantii Dhaabbata farra Si’eessituu Idil Addunyaa Wiitooldi…
Galmeen qormaata waliigalaa kutaa 12ffaa Bitootessa 20 hanga Ebla 15tti akka ta’uu murtaa’e
Finfinnee, Bitootessa 18, 2015 (FBC)-Galmeen qormaata waliigalaa barnoota kutaa 12ffaa bara 2015, Bitootessa 20 hanga Ebla 15, 2015'tti ta’uu Tajaajilli Madaallii Barnootaa fi Qormaata…
Pireezidaanti Saahilawarq Zawdeen Ittaantuu Seekreetariyaat Jeneraalaa Eegumsa Naannoo DhMG waliin…
Finfinnee, Bitootessa 18, 2015(FBC)- Pireezidaantiin FDRI Saahilawarq Zawdeen Ittaantuu Seekreetariyaat Jeneraalaa Eegumsa Naannoo Dhaabbata Mootummoota Gamtoomanii Eelsaabeet Meerimaa…
Dooktar Girmaa Amanteen Ambaasaaddara Biraaziil waliin mari’atan
Finfinnee, Bitootessa 18, 2015(FBC)- Ministirri Ministeera Qonnaa Dooktar Girmaa Amanteen Ityoophiyaatti Ambaasaaddara Biraaziil Jaandiir Feeriraa waliin mari’ataniiru.
Mariisaaniin,…
Koomishinichi hanga ammatti Kaabaa Ityoophiyaatti deeggarsa Meetrik toonii kuma 282 ol raabsamu ibse
Finfinnee, Bitootessa 18, 2015 (FBC)- Baatii Onkoloolessaa 2015 hanga ammatti Kaabaa Ityoophiyaatti lammiilee deeggarsa barbaadaniif deeggarsi namoomaa meetrik toonii kuma 284 fi 934…
MM Abiy Ahimad guyyaa boruu gabaasa hojii mootummaa baatiiwwan 6 darbanii MMBBU’f ni dhiyeessu
Finfinnee, Bitootessa 18, 2015(FBC)- Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad guyyaa boruu gabaasa raawwii hojii mootummaa baatiiwwan 6 darbanii Mana Maree Bakka Bu’oota Uummataaf kan dhiyeessan…
Fuulduratti hojmaneen ijoon akka paartii biyya bulchuutti bilisummaatti sirnaan fayyadamuu fi…
Finfinnee, Bitootessa 18, 2015 (FBC)- Fuulduratti hojmaneen ijoon akka paartii biyya bulchuutti bilisummaatti sirnaan fayyadamuu fi hogganuurratti hojjechuu ta’uu Ittaanaan…
Ityoophiyaafi Chaayinaan tumsa damee qonnaarratti qaban haaromsuuf waliigalan
Finfinnee, Bitootessa 18, 2015(FBC)- Ityoophiyaafi Chaayinaan tumsa damee qonnaarratti qaban haaromsuuf waliigalaniiru.
Chaayinaatti Ambaasaaddarri Ityoophiyaa Tafarraa Darribawu…