Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Nageenyummaan yaa’iinsa geejjibaa Itiyoo-Jibuutii akka eegamuuf xiyyeeffannaan hojjetamaa jira
Finfinnee, Onkololeessa 19, 2016 (FBC)- Nageenyummaan yaa’iinsa geejjibaa Itiyoo-Jibuutii eegamee akka gaggeeffamu xiyyeeffannaan hojjetamaa jiraachuu Biiroon Misooma Daandiiwwanii Fi…
Qopheessitoota Do’iif yeroon beeksisaa bilisaa kenname
Finfinnee, Onkololeessa 19, 2016 (FBC)- Faanaa Biroodkaastiingi Koorporeet qopheessitoota Do’iif yeroo beeksisaa bilisaa kenne.
Yeroon beeksisaa bilisaa kunis waggaa tokkoof kan turu yoo…
Hariiroo Itiyoophiyaa fi Giriik caalmaatti cimsuuf hojjetamuu qaba jedhame
Finfinnee, Onkololeessa 19, 2016 (FBC) – Hariiroo bara dheeraa Itiyoophiyaa fi Giriik caalmaatti cimsuuf dhimmoota dandeessisanirratti mariin gaggeeffame.
Ministir Deetaan Ministeera…
Walga’iin Idilee Qulqulluu Sinoodoosii xumurame
Finfinnee, Onkololeessa 19, 2016 (FBC) – Walga’iin Idilee Qulqulluu Siinoodoosii Mana Amantaa Ortodoksii Waloomaa xumuramuu ibsameera.
Walga’iin idilee Qulqulluu Siinoodoosii Mana Amantaa…
Mirgi Himatamuu dhabuu Kantiibaa duraanii Magaalaa Hawaasaa Tsaggaayee Tukkee kaafame
Finfinnee, Onkololeessa 19, 2016 (FBC)- Manni Maree Naannoo Sidaamaa yaa’ii ariifachiisaa har’a gaggeessaa jiruun mirga himatamuu dhabuu miseensota sadii kaaseera.
Miseensonni mirgi…
Xaa’oo oomisha bara 2016/17’f oolu geejjibsiisuun eegalame
Finfinnee, Onkololeessa 19, 2016 (FBC) – Xaa’oo biyyoo bara Oomishaa 2016/17’f oolu Geejjibsiisuun eegalamuu Dhaabbanni Tajaajila Geejjiba Galaanaa fi Loojistiiksii beeksiiseera.…
Hojiiwwan karoora xiiqiin qabaman milkeessuuf xiyyeeffannoon hojjetamuu qaba-Dooktar Biqilaa…
Finfinnee, Onkololeessa 19, 2016 (FBC)- Hojiiwwan karoora xiiqiin qabaman milkeessuuf xiyyeeffannoon hojjetamuu akka qabu Itti Gaafatamaan Damee Siyaasaa Paartii Badhaadhinaa Dooktar Biqilaa…
Oomishaalee biyya keessaa dorgomaa taasiisuuf hojjetamuu qaba jedhame
Finfinnee, Onkololeessa 19, 2016 (FBC) – Qulqullina oomishaalee biyya keessaa mirkaneessuun Oomisha alaa galan bakka bu’uun dorgomaa akka ta’an hojjetamuu qaba jedhame.
Ministeerri…
Manni Maree Naannoo Sidaamaa yaa’ii ariifachiisaa gaggeessuu eegale
Finfinnee, Onkololeessa 19, 2016 (FBC)- Manni Maree Naannoo Sidaamaa yaa’ii ariifachiisaa 1ffaa bara hojii 3ffaa Magaalaa Hawaasaatti gaggeessuu eegaleera.
Manni marichaa yaa’icha guyyaa…
Itiyoophiyaan guyyaa hundeeffama Turkii waggaa 100ffaa sababeeffachuun ergaa baga geessanii…
Finfinnee, Onkololeessa 18, 2016 (FBC) – Itiyoophiyaan guyyaa hundeeffama Turkii waggaa 100ffaa sababeeffachuun mootummaa fi ummata biyyattiif ergaa baga geessanii dabarsiteerti.
Turkiin…