Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Awutoobisii magaalaa kuma 2 oomishuuf waliigalteen mallattaa’e
Finfinnee, Bitootessa 11, 2015 (FBC) – Garee Injinariingii Ityootti Indaastiriin Oomisha Konkolaattootaa Bishooftuu fi Dhaabbanni Chaayinaa Yootooniing jedhamu Awutoobisii magaalaa Kuma 2…
Ityoophiyaa fi Kooriyaan Kibbaa waliigaltee deeggarsa faayinaasii Doolaara miiliyoona 14.8…
Finfinnee, Bitootessa 11, 2015 (FBC)- Ityoophiyaa fi Kooriyaan Kibbaa waliigaltee giddugalaa makaanaayizeeshinii qonnaaf kan oolu deeggarsa faayinaasii Doolaara miiliyoona 14.8 (Birrii…
Hariiroon Ityoophiyaafi Kooriyaa cimee itti fufa- Obbo Taaggasaa Caafoo
Finfinnee, Bitootessa 11, 2015(FBC)- Ityoophiyaafi Kooriyaan hariiroo isaanii cimsanii kan itti fufan ta’uu Af-Yaa’iin Mana Maree Bakka Bu’oota Uummataa Obbo Taaggasaa Caafoon ibsaniiru.…
Pireezidaantiin Mana Maree Waliigalaa Dhimmoota Islaamummaa Sheek Haaji Ibraahim Tufaa Jibuutii…
Finfinnee, Bitootessa 11, 2015 (FBC)- Pireezidaantiin Mana Maree Waliigalaa Dhimmoota Islaamummaa Ityoophiyaa Sheek Haaji Ibraahim Tufaa Jibuutii galaniiru.
Sheek Haaji Ibraahiim…
Namoota dhuunfaa mootummaarratti miidhaa Birrii miiliyoona 33 olii qaqqabissanirratti himanni baname
Finfinnee, Bitootessa 11, 2015 (FBC) – Magaalaa Finfinneetti namoota qabiyyee lafaa kaaree meetira kuma 1 fi 785 Qonnaan Bultoota kaafamtoota misoomaa jechuun sanada sobaan namoota 30f…
Ministeerri Qonnaa dhaabbilee tumsitootaa waliin deeggarsa Birrii miiliyoona 394 olii taasise
Finfinnee, Bitootessa 11, 2015 (FBC)- Ministeerri Qonnaa dhaabbilee tumsitootaa waliin ta’uun naannolee Oromiyaa, Somaalee fi Kibbaatti lammiilee sababa hongeen qe’ee isaaniirraa buqqa’aniif…
Biyya badhaatuu qabna-MM Abiy Ahimad
Finfinnee, Bitootessa 11, 2015(FBC)- Biyya badhaatuu qabna jedhan Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad.
Ija keenya bannee yoo hojjennee iddoolee hedduu addunyaa hawwachuu danda’an…
Finfinneetti addaan ciccituun elektirikii mudate sararoota galteerra rakkoo mudateeni jedhame
Finfinnee, Bitootessa 11, 2015 (FBC)- Magaalaa Finfinneetti torbanoota lamaan darbanitti addaan ciccituun humna elektirikii mudatee ture, haalaa qilleensaa mudateen sararoota galtee…
Tuutni Gadaa Sabbaaqaa Tuuta Gadaa Dhiphisaatti Baallii/Alangee dabarse
Finfinnee, Bitootessa 11, 2015 (FBC)- Sirni Walharkaa Fuudhiinsa Baallii Gadaa Oromoo Ituu, Humbannaa fi Afran Qalloo Marsaa 5ffaan Tuutni Sabbaaqaa Tuuta Dhippisaatti Baallii/Alangee…
Oomishaaleen garaagaraa karaa seeraan alaa biyyaa bahuun qabeenya keenya nu dhabsiisaa jiru- Obbo…
Finfinnee, Bitootessa 11, 2015(FBC)- Oomishaaleen garaagaraa karaa seeraan alaa biyyaa bahuun qabeenya keenya nu dhabsiisaa jiru jedhan Ittaanaan Muummee Ministiraafi Ministirri Ministeera…