Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Aadde Sa’aadaan du’aan boqochuu Artiist Haloo Daawween gaddi itti dhaga’amuu ibsan
Finfinnee, Onkololeesa 4, 2016 (FBC) - Af Yaa'iin Mana Maree Caffee Oromiyaa Aadde Sa'aadaa Abdurmaan du'aan boqochuu Artiist Haloo Daawween gaddi itti dhaga'amuu ibsaniiru.
Artiist Haloo…
Aadde Adaanech du’aan boqochuu Artist Haloo Daawween gaddi itti dhaga’ame ibsan
Finfinnee, Onkololeessa 4, 2016 (FBC)-Kantiibaan Bulchiinsa Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech Abeebeen du'a boqochuuu Artisti Haloo Daawween gadda itti dhagahame ibsaniiru.
Aadde Adaanech…
Pireezidaanti Shimallis du’aan boqochuu Artist Haloo Daawween gaddi itti dhaga’ame ibsan
Finfinnee, Onkololeessa 4, 2016 (FBC)-Pireezidaantiin Naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis du'aan boqochuu Artist Haloo Daawween gaddi itti dhaga'ame ibsan.
Du'aan adunyaa kana irraa darbuu…
Mootummaan dhiyeessii mana jireenyaa fooyyessuuf deeggarsa abbootii qabeenyaaf taasisaa jira-Aadde…
Finfinnee, Onkololeessa 3, 2016 (FBC)- Mootummaan dhiyeessii mana jireenyaa biyyatti fooyyessuuf abbootii qabeenyaaf deeggarsa olaanaa taasisaa jiraachuu Ministirri Ministeeraa Magaalaa fi…
Daandiin qilleensaa Itiyoophiyaa badhaasaa “AIR Cargo News Award 2023” injifate
Finfinnee, Onkololeessa 3, 2016 (FBC)- Daandiin Qilleensaa Itiyoophiyaa damee fe’umsaa fi loojistiksiin badhaasa “Air Cargo News Award 2023” injifateera.
Daandichi daandi qilleensaa…
Leenjiin hoggantootaa Olaanoo fi giddugaleessaa paartichaa Arbaamincitti eegale
Finfinnee, Onkololeessa 3, 2016 (FBC)- Leenjiin Hoggantoota Olaanoo fi Giddugaleessaa Paartii Badhaadhinaa naannolee hundaa hirmaachise kennamuu eegaleera.
Leenjichis marsaa 2ffaaf…
Oromiyaatti oomishaalee Gannaa haala qisaasaama hir’iseen walitti qabuun eegalame
Finfinnee, Onkololeessa 3, 2016 (FBC)- Naannoo Oromiyaatti haala qisaasama oomishaalee hir’iseen oomishaalee qonna Gannaa ga’an walitti qabuun eegalamuu Biiroon Qonnaa Oromiyaa beeksise.…
Maddi Anniisaa Raphii humna guutuun anniisaa maddisisuu eegale
Finfinnee, Onkololeessa 3, 2016 (FBC)- Buufanni Madda Anniisaa Balfa Goggogaa Raphii humna guutuun anniisaa maddisiisuu eegale.
Buufatichi baatii Amajjii bara 2014 eegalee tarbaayinii…
Farreen Midhaanii ittisuuf hirmaannaa olaanaan taasifamaa jira
Finfinnee, Onkololeessa 3, 2016 (FBC)- Ilbiisota oomisha qonnaarratti dhiibba uuman ittisuuf hirmaannaa olaanaan taasifamaa jiraachuun ibsame.
Oomishi hir’achuuf sababa kan ta’an farreen…
Irra jireessa Naannoo Amaaraatti nageenyi mirkanaa’aa jiraachuun ibsame
Finfinnee, Onkololeessa 3, 2016 (FBC)- Darbee darbee bakkoota tokko tokkotti rakkoolee nageenyaa mudatanirraan kan hafe naannoo Amaaraatti nageenyi mirkanaa’aa jiraachuu Tajaajilli…