Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Rayyaan Ittisa Biyyaa bara haaraatti hojiilee nageenya cimsuu jabeessee itti fufa- Fiild Maarshaal…
Finfinnee, Qaammee 5, 2017(FMC) – Itaamaajoor Shuumiin Waliigalaa Humnoota Waraanaa Fiild Maarshaal Birhaanuu Julaan Rayyaan Ittisa Biyyaa bara haaraatti hojiilee nageenya cimsuu jabeessee…
Ministirri Muummee Itti aanaan Obbo Tamasgeen Xurunaa ergaa baga ittiin isin gahee dabarsan
Finfinnee, Qaammee 5, 2017(FMC) – Ministirri Muummee Itti aanaan Obbo Tamasgeen Xurunaa bara haaraa 2018 sababeeffachuun ergaa baga ittiin isin gahee dabarsaniiru.
Obbo Tamasgeen Xurunaa…
Kenni Tajaajila Mootuummaa sirnaawaa fi si’ataa akka ta’u mirkaneessuuf kutannoon qabnu ittifufa…
Finfinnee, Qaammee 5, 2017(FMC) – Bara kana yoo xumurru Kenni Tajaajila Mootuummaa sirnaawaa fi si’ataa akka ta’u mirkaneessuuf kutannoon qabnu akka ittifufetti jira jedhan Ministirri…
Waliigaltee hojii misoomaa “Oromia Sovereign Fund” fi “MIDROC Investment…
Finfinnee, Qaammee 5, 2017 (FMC)- Waliigaltee hojii misoomaa "Oromia Sovereign Fund" fi "MIDROC Investment Group" gidduutti taasifame tarkaanfii dheeraa abdii guddaan eegaleedha jedhan…
Rakkoo bulchiinsa gaariifi alseerummaa hambisuu keessatti wiirtuun tajaajila iddoo tokkoo shoora…
Finfinnee, Qaammee 5, 2017(FMC) – Rakkoo bulchiinsa gaariifi alseerummaa hambisuu keessatti wiirtuun tajaajila iddoo tokkoo shoora olaanaa qaba jedhan Itti Gaafatamaan Waajjira Paartii…
Kaawunsiliin Manneen Amantaa Hordoftoota Wangeelaa Itiyoophiyaa eebba Hidha Guddicha Haaromsaa…
Finfinnee, Qaammee 5, 2017(FMC) – Kaawunsiliin Manneen Amantaa Hordoftoota Wangeelaa Itiyoophiyaa eebba Hidha Guddicha Haaromsaa sababeeffachuun ergaa gammachuu dabarseera.
Kaawunsiliin…
Dooktar Abiy Pirezidaanti Saalvaa Kiir waliin mari’atan
Finfinnee, Qaammee 5, 2017 (FMC)- Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Pirezidaantii Sudaan Kibbaa Saalvaa kiir Maayaardiit waliin mari’ataniiru.
Dooktar Abiy Ahimad gama Miidiyaa…
Dooktar Abiy Hasan sheek Mahaammud waliin mari’atan
Finfinnee, Qaammee 5, 2017 (FMC)- Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Pirezidaantii Somaaliyaa Hasan Sheek Mahaammud waliin mari’ataniiru.
Dooktar Abiy gama Miidiyaa Hawaasummaa…
Kan kabajnu jijjiiramuu baraa qofa miti jijjiiramuu seenaa dabalateeti- Dooktar Abiy Ahimad
Finfinnee, Qaammee 5, 2017 (FMC)- Kan kabajnu jijjiiramuu baraa qofa miti jijjiiramuu seenaa dabalateeti jedhan Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad.
Ministirri Muummee FDRI…
Manni Amantaa Kaatoolikii Itiyoophiyaa eebba Hidha Guddicha Haaromsaa sababeeffachuun ergaa…
Finfinnee, Qaammee 5, 2017(FMC) – Manni Amantaa Kaatoolikii Itiyoophiyaa eebba Hidha Guddicha Haaromsaa Itiyoophiyaa sababeeffachuun ergaa gammachuu dabarsiteetti.
Yaa’iin…