Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Sulxaan Ahimad Aliimiiraahi Samaraa galan
Finfinnee, Bitootessa 2, 2015 (FBC) – Sulxaan Ahimad Aliimiiraahi naannoo Afaar magaalaa Samaraa galaniiru.
Sulxaan Ahimad Aliimiiraahi wayita Samaraa ga'an Pireezidaantii naannichaa Obbo…
Naannichatti qaala’iinsa gatii ittisuuf hojjetamaa jira – Obbo Musxafee Mahaammad
Finfinnee, Bitootessa 2, 2015 (FBC) – Naannoo Somaaleetti qaala'iinsa gatii ittisuuf karoorri yeroo gabaabaa fi dheeraa qabamee hojjetamaa jiraachuu Pireezidaantiin naannichaa Obbo Musxafee…
Hubachiisa Mootummaa Naannoo Oromiyaa irraa kenname
Finfinnee, Bitootessa 2, 2015 (FBC) – Naannoo Oromiyaatti hongee mudate sababeeffachuun waamicha Mootummaan taasise hordofee namoota rakkoof saaxilamaniif deeggarsi kallattii garaa garaatiin…
Loltoota duraanii jireenya idileetti deebisuuf ni hojjetama jedhame
Finfinnee, Bitootessa 2, 2015 (FBC) – Loltoota duraanii jireenya idileetti deebisuun nageenyaa fi guddina biyyaa keessatti gahee irraa eegamu akka bahan kan hojjetamu ta’uu Koreen teeknikaa…
Konkolaattoonni Baajaajii yeroo dhiyootti gara hojiitti ni deebi’u – BGMF
Finfinnee, Bitootessa 2, 2015 (FBC) – Konkolaattoonni Baajaajii yeroo dhiyootti gara hojiitti kan deebi'an ta'uu Biiroon Geejiibaa Magaalaa Finfinnee beeksise.
Biirichi tajaajila…
Dhaabbileen garaagaraa lammiilee Godina Booranaa hongeen miidhamaniif deeggarsa taasiisan
Finfinnee, Bitootessa 2, 2015 (FBC) – Dhaabbanni gargaarsaa eegere, Hospitaala Yaaballoofi Yuunivarsiitiin Arbaamincii lammiilee Godina Booranaa hongeen miidhamaniif deeggarsa akaakuu…
Qonna Arfaasaa fi Gannaa milkeessuuf qophiin barbaachisu hundi taasifame – BQO
Finfinnee, Bitootessa 2, 2015 (FBC) – Qonna Arfaasaa fi Gannaa bara 2015/16 milkeessuuf qophiin barbaachisu hundi taasifamuu Biiroon Qonnaa Oromiyaa beeksiise.
Leenjiin Paakejjii Guutuu…
Jilli Dooktar Girmaan durfamu Aanaa Lumeetti Qamadii Jallisii Bonaan misoomaa jiru daawwate
Finfinnee, Bitootessa 2, 2015 (FBC) – Jilli Ministira Qonnaa Dooktar Girmaa Amanteen durfamu Godina Shawaa Bahaa Aanaa Lumee Qamadii Jallisii Boneen misoomaa jiru daawwateera.
Jilli kun…
Yuunivarsiitiin Haramayaa tajaajila Birrii miiliyoona 357tti tilmaamamu hawaasaaf laachuu ibse
Finfinnee, Bitootessa 2, 2015 (FBC) – Yuunivarsiitiin Haramayaa walakkaa waggaa darbetti tajaajila Birrii miiliyoona dhibba 3 fi miiliyoona 57tti tilmaamamu hawaasaaf laachuu ibseera.…
Sirna ce’umsa haqaa hojiirra oolchuun olaantummaa seeraa mirkaneessuuf qooda olaanaa qaba…
Finfinnee, Bitootessa 2, 2015 (FBC) – Sirna ce'umsa haqaa hojiirra oolchuun olaantummaa seeraa mirkaneessuu fi mirga namoomaa kabachiisuuf qooda olaanaa qabaachuu Ministirri Tajaajila…