Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Jilli Dooktar Girmaa Amanteen durfamu godina Jimmaatti hojii misooma qonnaa daawwate
Finfinnee, Fulbaana 25, 2016 (FBC) – Jilli Ministirri Ministeera Qonnaa Dooktar Girmaa fi Obbo Geetuu Gammachuun durfamu godina Jimmaatti hojii misooma qonnaa daawwateera.
Jilli kun…
Yakka Burjaajii Teelekoomiin namoonni shakkaman 30 to’ataman
Finfinnee, Fulbaana 24, 2016 (FBC)- Nageenya biyyaa irratti sodaa kan uumanii fi sharafa alaa kan dhabsiisuu yakkaa burjaajii Teelekomiin namonni shakkaman 30 meeshaalee itti fayyadamaa…
Aqaaqii Qaallittiitti Hoo’istuun Bishaanii dhowuun lubbuun namoota 3 darbe
Finfinnee, Fulbaana 24, 2016 (FBC)- Magaalaa Finfinnee Kutaa Magaalaa Aqaaqii Qaallittii Aanaa 8’tti hoo’istuun bishaanii dhowuun lubbuun namoota sadii darbe.
Balichi kan qaqqabe har’a…
Barsiisota Ogummaa isaanii kabajanii fi hawaasaa biratti kabajaman horachuuf xiyyeeffannaan…
Finfinnee, Fulbaana 24, 2016 (FBC)- Ministeerri Barnootaa Barsiisota Ogummaa isaanii kabajanii fi hawaasaa biratti kabajaman horachuuf xiyyeeffannaan kan hojjetu ta’uu beeksise.
Sagantaan…
Nageenya waaraa mirkaneessuu keessatti dubartoota hirmaachisuun murteessaadha jedhame
Finfinnee, Fulbaana 24, 2016 (FBC) – Nageenya waaraa mirkaneessuu keessatti dubartoota hirmaachisuun murteessaa ta’uu ibsameera.
Dhaabbanni mit- mootummaa "East African Initiative for…
Baaleetti tajaajilli lammummaa Gannaa Birrii biiliyoona 1 olitti tilmaamamu hojjetame
Finfinnee, Fulbaana 24, 2016 (FBC)- Godina Baaleetti hojiileen tajaajila lammummaa Gannaa Birrii biiliyoona tokkoo olitti tilmaamamu hojjatamuu Waajjirri Dhimma Dubartootaa fi Daa'immanii…
Humni Waloo Tikaa fi nageenyaa Abbootii Gadaa fi haadholii Siinqee waliin mari’ate
Finfinnee, Fulbaana 24, 2016 (FBC) – Humni Waloo Tikaa fi nageenyaa haala kabaja Ayyaana Irreecha Hora Finfinnee fi Harsadiirratti Abbootii Gadaa fi haadholii Siinqee waliin mari’ateera.…
Oromiyaatti Sagantaan Nyaata Manneen Barnootaa har’a eegalame
Finfinnee, Fulbaana 24, 2016 (FBC) – Naannoo Oromiyaatti sagantaan nyaata manneen Barnootaa bara 2016 har'a eegalameera.
Sadadarkaa Itti Aanaa Pireezidaantiitti Qindeessaan Kilaastara…
Naannolee biyyattiitti manneen barnootaa hariiroo obbolummaa fi tokkummaa dagaagsan ijaarsisaa…
Finfinnee, Fulbaana 24, 2016 (FBC)- Mootummaan Naannoon Oromiyaa Naannolee Itiyoophiyaatti manneen barnootaa hariiroo obbolummaa fi tokkummaa ummataa dagaagsan ijaarsisaa jiraachuu…
Ayyaanota addaabaabayii bakka hawwata tuuristootaa taasisuun itti fayyadamuu qabna jedhame
Finfinnee, Fulbaana 24, 2016 (FBC)- Mana waloo kan taate Magaalaa Finfinneetti ayyaanota addabaabaayii kabajaman bakka hawwata tuuristootaa taasisuun guddina dabalataaf akka gumaachu…