Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Ayyaanni injifannoo Adwaa 127ffaan Riqicha Adwaa kabajamaa jira
Finfinnee, Guraandhala 23, 2015(FBC)- Ayyaanni yaadannoo injifannoo Adwaa 127ffaan Finfinnee Riqicha Adwaa irratti, bakka anga'oonni Mootummaa fi Gootonni argamanitti haala ho'aa ta’een…
Embaasiiwwan biyyoota garaagaraa guyyaa injifannoo Adwaa 127ffaa sababeeffachuuun ergaa baga ittiin…
Finfinnee, Guraandhala 23, 2015(FBC)- Ityoophiyaatti Embaasiiwwanii biyyoota garaagaraa Ityoophiyaatti Ambaasaaddarri Chaayinaa guyyaa injifannoo Adwaa 127ffaa sababeeffachuuun ergaa baga…
Guyyaan injifannoo Adwaa 127ffaan kabajamaa jira
Finfinnee, Guraandhala 23, 2015(FBC)- Guyyaan injifannoo Adwaa 127ffaan magaalaa Finfinneetti kabajamaa jira.
Ayyaanichi magaalaa Finfinnee dabalatee kutaalee biyyattii garaagaraatti…
Ayyaanni injifannoo Adwaa 127ffaan guyyaa har’aa sagantaalee garaagaraan ni kabajama
Finfinnee, Guraandhala 23, 2015(FBC)- Guyyaan injifannoo Adwaa 127ffaan guutuu biyyattiitti sagantaalee garaagaraan kabajamee oola.
Ayyaanichi magaalaa Finfinnee dabalatee kutaalee…
Pireezidaantoonni naannolee ergaa baga geessanii dabarsan
Finfinnee, Guraandhala 22, 2015 (FBC) –Pireezidaantoonni naannolee injifannoo Adwaa waggaa 127ffaa sababeeffachuun ergaa baga geessanii dabarsaniiru.
Mootummaan naannoo Hararii…
Injifannoo Adwaarratti lammiileen Ityoophiyaa hundi wareegama kaffalaniiru – Aadde Adaanach…
Finfinnee, Guraandhala 22, 2015 (FBC) –Kantibaan magaalaa Finfinnee Aadde Adaanach Abeebeen injifannoo Adwaa waggaa 127ffaa sababeeffachuun ergaa baga geessanii dabarsaniiru.
Injifannoo…
Ga’ee Gootoonni Oromoo birmadummaa biyyaa keessatti qaban dhaloota barsiisuun dirqama –…
Finfinnee, Guraandhala 22, 2015 (FBC) – Ga 'ee Gootoonni Oromoo birmadummaa biyyaa kabachisuu fi ijaarsa biyyaa keessatti qaban dhaloota barsiisuuf dirqama isaanii kan ba'an ta'uu hayyoonni…
Injifannoon Adwaa Poolisii Federaalàatti kabajame
Finfinnee, Guraandhala 22, 2015 (FBC) – Injifannoon Adwaa Waggaa 127ffaan mata duree 'Tokkummaa, Gootummaa fi Jabina' jedhuun Waajjira Muummee Poolisii Federaalaatti kabajameera.…
Obbo Dammaqaan Ministira Dhimma Alaa Azaarbaajaan waliin mari’atan
Finfinnee, Guraandhala 22, 2015 (FBC) - Ittaanaan Muummee Ministiraa fi Ministirri Ministeera Dhimaa Alaa Obbo Dammaaqaa Makoonniin Ministira Dhimmaa Alaa Azaarbaajan Jeeyihuun Baayiraamoov…