Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Karoorri qonna ceesisuuf qabame beekumsaan kan duurfameefi bu’uura saayinsaawaa akka argatu…
Finfinnee, Fulbaana 10, 2016 (FBC) – Karoorri qonna keenya ceesisuuf qabanne beekumsaan kan duurfameefi bu'uura saayinsaawaa akka argatu taasisuu keenyaan lafa qabachaa jira jedhan…
Shaggaritti Piroojektoonni misoomaa Birrii biiliyoona 16 ijaaramuufi jedhame
Finfinnee, Fulbaana 10, 2016 (FBC) – Bulchiinsa Magaalaa Shaggaritti Piroojektoonni misoomaa Birrii biiliyoona 16 ijaaramuuf ta'uu ibsameera.
Jilli Itti aanaa Kantiibaa Magaalaa Shaggar…
Itiyoophiyaan Hambaalee hin sochoone Galmee Addunyaarratti galmeessuun Afrikaarraa kan duraa taate
Finfinnee, Fulbaana 10, 2016 (FBC) –Itiyoophiyaan Hambaalee hin sochoone 11 Galmee Dhaabbata Barnootaa, Saayinsii fi Aadaa Dhaabbata Mootummoota Gamtoomaniirratti galmeessuun Afrikaarraa kan…
Haala sagantaa misooma dijitaalaa Itiyoophiyaa deeggaruun danda’murratti mari’atame
Finfinnee, Fulbaana 10, 2016 (FBC) – Haala Maayikroosooft sagantaa misooma dijitaalaa Itiyoophiyaa deeggaruu danda'urratti mariin gaggeeffameera.
Ministirri Ministeera Innooveeshinii fi…
Bu’uuraalee misoomaa barnootaa fooyyeessuun carraa egeree dhalootaa dhufuu fooyyessuudha-Pirof.…
Finfinnee, Fulbaana 10, 2016 (FBC)- Bu’uuraalee misoomaa barnootaa fooyyeessuun carraa egeree dhaloota dhufuu fooyyessuu ta’uu Ministirri Ministeera Barnootaa Pirofeesar Birhaanuu Naggaan…
Dorgommiin “Miss Oromia” Fulbaana 15 gaggeeffama
Finfinnee, Fulbaana 10, 2016 (FBC)- Dorgommiin "Miss Tuurizimii Oromiyaa" Fulbaana 15, 2016 akka gaggeeffamu Koomiishiniin Tuuriizimii Oromiyaa beeksise.
Koomiishinichi, bu'aalee hojiilee…
Yuunivarsiitiin Finfinnee bara 2016 sirna barnootaa duraaniin barattoota simata jedhame
Finfinnee, Fulbaana 10, 2016 (FBC)- Yuunivarsiitiin Finfinnee bara 2016 sirna barnootaa duraan jiruun barattoota akka simatu Eeggataan Pireezidaantii Yuunivarsiitichaa Dooktar Saamu’eel…
Yaa’iin walta’iinsa dhimmoota nageenya Galaanaa Diimaarratti xiyyeeffate gaggeefama jira
Finfinnee, Fulbaana 10, 2016 (FBC)-Yaa’iin Walta’iinsa dhimmootaa nageenya jijijjiiramaa Galaanaa Diimaa cimsuun danda’amurratti xiyyeeffate Finfinneetti gaggeeffamuu eegaleera.…
Hidha Haaromsaaf galii Birrii miiliyoona 500-700 walitti qabuuf sosochiin eegalame
Finfinnee, Fulbaana 10, 2016 (FBC)- Waajjirri Mana Maree Qindeessaa Hirmaannaa Ummataa Pirojektii Hidha Guddicha Haaromsa Itiyoophiyaa baatii tokkoof kan turu sosochii galii walitti qabuu…
Aanaa Dugdaatti hoomaan simbira Girrisaa Oomisharratti miidhaa qaqqabsiisaa jira jedhame
Finfinnee, Fulbaana 10, 2016 (FBC) – Godina Shawaa Bahaa Aanaa Dugdaatti hoomaan simbirroo Girrisaa Oomisharratti miidhaa qaqqabsiisaa jiraachuu ibsameera.
Qonnaan bultoonni mala Aadaan…