Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Boordichi bu’aa sagalee uummataa godinaalee 6fi aanaalee addaa 5 naannoo uummattoota Kibbaa ifoomse
Finfinnee, Guraandhala 22, 2015(FBC)- Boordiin Filannoo Biyyaalessaa bu’aa sagalee uummataa godinaalee 6fi aanaalee addaa 5 naannoo uummattoota Kibbaa ifoomsuu beeksise.
Godinaaleefi…
Injifannoon Adwaa kutaalee raayyaa Ittisaa garaagaraatti kabajame
Finfinnee, Guraandhala 22, 2015 (FBC) – Injifannoon Adwaa waggaa 127ffaan kutaalee raayyaa Ittisaa garaagaraatti sagantaalee adda addaan kabajameera.
Dhaloonni ammaa seenaa guutummaa…
Aanaa Gadab Hasaasaatti Qamadiin Jallisiin misoome sadarkaa gaariirra jira jedhame
Finfinnee, Guraandhala 22, 2015 (FBC) – Godina Arsii Lixaa Aanaa Gadab Hasaasaatti Qamadiin Jallisiin lafa hektaara kuma 6 fi 829 irratti misoome haala gaariirra jiraachuu Waajjirri Qonnaa…
Adwaan faajjii Bilisummaa Afrikaanotaati –Obbo Fiqaaduu Tasammaa
Finfinnee, Guraandhala 22, 2015 (FBC) –Adwaan faajjii bilisummaa Afrikaanotaa , agarsiiftuu heddumminaa fi tokkummaatti jedhan Itti gafatamaan Waajjira Paartii Badhaadhinaa Damee Oromiyaa…
Pireezidaantiin naannoo Afaar guyyaa injifannoo Adwaa 127ffaa sababeeffachuun ergaa baga ittiin isin…
Finfinnee, Guraandhala 22, 2015(FBC)- Pireezidaantiin naannoo Affaar Obbo Awwal Arbaan guyyaa injifannoo Adwaa 127ffaa sababeeffachuun ergaa baga ittiin isin gahee dabarsaniiru.
Ergaa…
Lubbuu namaa baraaruuf ijaarsa buusaa gonofaan hojjetamaa jira – Pireezidaanti Shimallis…
Finfinnee, Guraandhala 22, 2015 (FBC) – Hongeen mudate lubbuu namaarra miidhaa akka hin qaqqabsiifne ijaarsa buusaa gonofaan hojjetamaa jiraachuu Pireezidaantiin Moootummaa Naannoo Oromiyaa…
Pireezidaantiin naannoo Gaambeellaa Injifannoo Adwaa waggaa 127ffaa sababeeffachuun ergaa baga…
Finfinnee, Guraandhala 22, 2015 (FBC) – Pireezidaantiin naannoo Gaambeellaa Obbo Umood Ujuluun injifannoo Adwaa waggaa 127ffaa sababeeffachuun ergaa baga geessanii dabarsaniiru.
Dhaloonni…
Pireezidaantiin naannoo Ummattoota Kibbaa Injifannoo Adwaa waggaa 127ffaa sababeeffachuun ergaa baga…
Finfinnee, Guraandhala 22, 2015 (FBC) – Pireezidaantiin naannoo Ummattoota Kibbaa Obbo Ristuu Yirdaaw injifannoo Adwaa waggaa 127ffaa sababeeffachuun ergaa baga geessanii dabarsaniiru.…
Magaalaa Awwadaayitti ijaarsi piroojektii daandii aspaaltii Birrii miiliyoona 377 eegalame
Finfinnee, Guraandhala 22, 2015(FBC)- Bulchiinsa Magaalaa Awwadaayitti ijaarsi piroojektii daandii aspaaltii Birrii miiliyoona 377 guyyaa har’aa eegalameera.
Piroojektichi bajata…
Deeggarsi bulchiinsi magaalichaa hawaasa Godina Booranaaf erge godinichaa qaqqabe
Finfinnee, Guraandhala 22, 2015 (FBC) – Deeggarsi Bulchiinsi Maagaala Finfinnee horsiisee Bultoota Godina Booranaa hongeen miidhamaniif erge godinicha gaheera.
Deeggarsa Birrii miiliyoona…