Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Bilbiloonni Kontroobaandiin galan kuma tokko ol to’ataman
Finfinnee, Fulbaana 7, 2015 (FBC)- Magaalaa Finfinneetti bilbiloonni qaraxa seeraa qabeessaa osoo hinraawwatin biyya keessa galan kuma 1 fi 812 Markaatootti to’atamuun ibsame.
Poolisiin…
Itiyoophiyaa gara boqonnaa fooyya’aatti ceesisuuf hannarratti kutannoon qabsoofna-Qondaaltota…
Finfinnee, Fulbaana 7, 2015 (FBC)-Qabeenyi akka hinqisaasofnee fi hannaa irratti kutannoon qabsaa’uun Itiyoophiyaa gara boqonnaa fooyya’aatti kan ceessisan ta’uu Qondaaltonni Olaanoo Paartii…
Paarkiin Biyyaalessaa Gaarreen Baalee Hambaa Addunyaa ta’ee galma’uutti baga gammaddan – Pir.…
Finfinnee, Fulbaana 7, 2016 (FBC) – Paarkiin Biyyaalessa Gaarreen Baalee Hambaa qabeenya Addunyaa ta’ee galmaa’uu isaa hordofee Pireezidaantiin Mootummaa Naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis…
Paarkiin biyyaalessaa Gaarreen Baalee Hambaa Addunyaa ta’uun galmaa’e
Finfinnee, Fulbaana 7, 2016 (FBC) – Dhaabbata Mootummoota Gamtoomaniitti Koreen Galmee Hambaalee Dhaabbata Barnootaa, Saayinsii fi Aadaa Addunyaa Paarkiin Biyyaalessaa Gaarreen Baalee…
Finfinneetti adeemsi baruu fi barsiisuu bara 2016 eegale
Finfinnee, Fulbaana 7, 2016 (FBC) – Bulchiinsa Magaalaa Finfinneetti adeemsi baruu fi barsiisuu bara 2016 har’a eegaleera.
Biiroon Barnoota Magaalicha akka beeksisetti, adeemsa baruuf…
Waggoottan afran darban dameen daldala alaa giddugaleessaan guddina %7 argisiise
Finfinnee, Fulbaana 7, 2015 (FBC)-Itiyoophiyaatti waggoottaan afran darban dameen daldala alaa giddugaleessaan guddina %7 galmeessuu Ministeerrii Pilaanii fi Misoomaa beeksise.
Damee…
Hirmaattota ijaarsa gamoowwanii ulaagaa labsii hinguunnerratti tarkaanfiin ni fudhatama-Abbaa…
Finfinnee, Fulbaana 6, 2016 (FBC)-Finfinneetti pirojektootaa ijaarsaa ulaagaa labsii ijaarsa gamoowwanii hinhordofne irratti misoomsitoota, Kontiraaktarootaa fi gorsitootaa hirmaatan irratti…
Jibuutiitti lammiilee balaa ibiddaan qabeenyi isaanii jalaa gubate waliin mari’atame
Finfinnee, Fulbaana 6, 2016 (FBC)- Jibuutiitti Ambaasaaddarri Itiyoophiyaa Birhaanuu Tsaggaayeen naannawaa Pikaaduuz (PK12) jedhamuun beekamutti lammiilee balaa ibiddaan qabeenyi isaanii…
Lagni Baaroo guutuun lammiileen buqqaa’an akka deeggaraman waamichi dhiyaate
Finfinnee, Fulbaana 6, 2016 (FBC)- Magaalaa Gaambeellaatti Lagni Baaroo guutuun gandoota magaalichaatti miidhaa qaqqabsiiseen, jiraattoota qe’eesaaniirraa yoo buqqisu qabeenyaarraan…
Teessumni lafaa Geedee’oo ‘UNESCO’tti galmaa’e
Finfinnee, Fulbaana 6, 2016 (FBC)- Godinaa Geedee’ootti kan argamu teessumni lafaa aadaa Geedee’oo Dhaabbata Aadaa, Barnootaa fi Saayinsii Dhaabbata Mootummoota Gamtoomaniitti…