Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Guyyaa injifannoo Adwaa 127ffaa haala ho’aa kan kabajan ta’uu jiraattonni magaalaa Adwaa ibsan
Finfinnee, Guraandhala 22, 2015(FBC)- Guyyaa injifannoo Adwaa 127ffaa haala ho’aa ta’een kan kabajan ta’uu jiraattonni magaalaa Adwaa ibsaniiru.
Jiraattonni magaalichaa turtii Faanaa…
Ummata gaafa rakkoo nu deeggaraa ture baraaruuf tumsa taasifnu cimsinee itti fufna – Leetanaal…
Finfinnee, Guraandhala 22, 2015 (FBC) – Ummata Booranaa gaafa rakkoo nu deeggaraa ture baraaruuf tumsa deeggarsa taasifnu cimsinee itti fufna jedhan Ajajaa Olaanaan Humna Qilleensaa…
Godinaalee Oromiyaa 10tti namoota hongeen miidhamanif deeggarsi taasifamaa jira – BMNO
Finfinnee, Guraandhala 22, 2015 (FBC) – Godinaalee Oromiyaa 10tti namoota hongeen miidhamanif deeggarsi taasifamaa jiraachuu Itti Aanaan Pireezidaantii mootummaa naannoo Oromiyaa Obbo…
Manni marichaa lammiilee hongeen miidhamaniif deeggarsa walitti qabuuf sagantaa qopheessuu beeksise
Finfinnee, Guraandhala 22, 2015 (FBC) – Manni Maree Dhimmoota Islaamummaa Ityoophiyaa lammiilee Godina Booranaa hongeen miidhamaniif deeggarsa walitti qabuuf sagantaa qopheessuu beeksiseera.…
Mariin Paanaalii Injifannoo Adwaa 127ffaan gaggeeffamaa jira
Finfinnee, Guraandhala 22, 2015(FBC)- Mariin Paanaalii Biyyaalessaa Injifannoo Adwaa 127ffaan Qajeelcha Waliigalaa Raayyaa Ittisa Biyyaatti gaggeeffamuu eegaleera.
Injifannoon Adwaa…
Guyyaan Sagantaa Nyaataa Manneen Barnootaa Afrikaa kabajamaa jira
Finfinnee, Guraandhala 22, 2015 (FBC) – Guyyaan Sagantaa Nyaataa Manneen Barnootaa Afrikaa 8ffaan Galma Walga'ii Gamtaa Afrikaatti kabajamaa jira.
Sirna bittaa galtee nyaataa biyya…
Adwaan dirree injifannoo ta’uu bira darbee tokkummaan waliin dhaabbachuun icciitii injifannoo ta’uu…
Finfinnee, Guraandhala 22, 2015 (FBC) – Pireezidaantiin Mootummaa Naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis Abdiisaan Injifannoo Adwaa waggaa 127ffaa sababeeffachuun ergaa baga geessanii dabarsaniiru.…
Sababni guddaan Ayyaana Injifannoo Adwaa olkaafnee akka kabajnu ni taasisu injifannichi kan hunda…
Finfinnee, Guraandhala 22, 2015(FBC)- Sababiiwwan Ayyaana Injifannoo Adwaa olkaafnee akka kabajnu nugodhan hedduun jiraatanis sababiin inni guddaan injifannichi kan hunda keenyaa ta'uusaati…
Naannoleen Oromiyaa fi Amaaraa waliin hojjeechuuf marii gaggeessuun ibsame
Finfinnee, Guraandhala 22, 2015(FBC)- Mootummaan Naannoo Oromiyaa fi Amaaraa waliin hojjechuuf marii gaggeessuu isaanii ibsameera.
Hogganaan Biiroo Kominikeeshinii Oromiyaa Obbo Hayiluu…
Konfiransiin nageenyaafi misoomaa naannoo Beenishaangul Gumuziifi Bulchiinsa Biluu Naayil…
Finfinnee, Guraandhala 22, 2015(FBC)- Konfiransiin nageenyaafi misoomaa naannoo Beenishaangul Gumuziifi Bulchiinsa Biluu Naayil magaalaa Damaaziinitti gaggeeffamaa jira.…