Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Ayyaanoonni Daamaraa fi Irreechaa karaa nagaan akka kabajamu dargaggoonni qooda isaanii ba’uu qabu…
Finfinnee, Fulbaana 8, 2016 (FBC) – Ayyaanoonni Daamaraa fi Irreechaa karaa duudhaa amantaa fi aadaa eegeen akka kabajamu dargaggoonni qooda isaanii ba’uu qabu jedhameera.
Ayyaanoota…
Kutaa Magaalaa Booleetti meeshaaleen waraanaa humnoota finxaaleyyiif dabarfamuuf ture to’atame
Finfinnee, Fulbaana 8, 2016 (FBC) – Finfinnee Kutaa Magaalaa Booleetti meeshaaleen waraanaa humnoota finxaaleyyiif dabarfamuuf ture mana jireenyaa keessatti to’atameera.
Meeshaaleen…
Oromiyaatti bara kana lafa heektaara miiliyoona 2.5 Jallisii Boneen Qamadii misoomsuuf hojjetamaa…
Finfinnee, Fulbaana 8, 2016 (FBC) – Oromiyaatti bara kana lafa heektaara miiliyoona 2.5 Jallisii Boneen Qamadii misoomsuuf hojjetamaa jiraachuu Biiroon Qonnaa Oromiyaa beeksise.
Leenjiin…
Obbo Dammaqaan hojii raawwachiisaa olaanaa Faawundeeshinii Biilii fi Meeliindaa Geetis waliin…
Finfinnee, Fulbaana 8, 2016 (FBC) – Itti Aanaan Muummee Ministiraa fi Ministirri Alaa Obbo Dammaqaa Makonniin hojii raawwachiisaa olaanaa Faawundeeshinii Biilii fi Meeliindaa Geetis waliin…
Magaalichatti hanqina Geejjibaa jiru furuuf baatii itti aanu Awutoobisoonni haaraan 67 gara…
Finfinnee, Fulbaana 8, 2016 (FBC) – Magaalaa Finfinneetti hanqina Geejjibaa jiru furuuf baatii itti aanu Awutoobisoonni haaraan 67 gara bobbiitti kan seenan ta’uu Biiroon Geejjibaa…
Obbo Dammaqaa Mokonnin Yaa’ii Dureewwanii DhMG 78ffaarratti hirmaachaa jiru
Finfinnee, Fulbaana 7, 2016 (FBC)- Ittaanaan Muummee Ministiraa fi Ministirri Dhimma Alaa Obbo Dammaqaa Mokonnin Yaa’ii Dureewwanii Dhaabbata Mootummoota Gamtoomanii 78ffaarratti hirmaachaa…
Tattaaffii Ummataa gamtoomeen Itiyoophiyaa badhaatee fi cimtuu dhaloota dhufu ni dhaalchifna-Dooktar…
Finfinnee, Fulbaana 7, 2016 (FBC)- Tattaaffii Ummataa gamtoomeen Itiyoophiyaa badhaatee fi cimtuu dhaloota dhufu ni dhaalchifna jedhan Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad.…
Koorporeeshinichi Paarkiiwwan indaastirii Maalaawwii waliin walta’iinsaan hojjechuuf waliigale
Finfinnee, Fulbaana 7, 2016 (FBC)- Koorporeeshiniin Misooma Paarkiiwwan Indaatirii Itiyoophiyaa, Paarkiiwwan Indaastirii Maalaawwii waliin walta’iinsaan hojjechuuf waliigalteerra ga’uun…
Itiyoophiyaa fi Kuubaan tumsa waloo caalmaatti fooyyessuuf waliigalan
Finfinnee, Fulbaana 7, 2016 (FBC) – Itiyoophiyaa fi Kuubaan tumsa waloo biyyoota lamaanii caalmaatti fooyyessuuf waliigalteerra ga’uu Itti Aanaan Muummee Ministiraa fi Ministirri Dhimma Alaa…
Harkoonni jaboon Itiyoophiyaanootaa cichoominaan seenaa hojjechuu itti fufan – Dooktar Abiy…
Finfinnee, Fulbaana 7, 2016 (FBC) – Harkoonni jaboon Itiyoophiyaanootaa cichoominaan seenaa hojjechuu itti fufan jedhan Muummeen Ministiraa Dooktar Abiy Ahimad.
Dooktar Abiy sagantaan…