Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Ityoophiyaan walga’ii Mana Maree Mirgoota Namoomaa DhMG irratti hirmaachaa jirti
Finfinnee, Guraandhala 20, 2015(FBC)- Ityoophiyaan walga’ii Mana Maree Mirgoota Namoomaa Dhaabbata Mootummoota Gamtoomanii 52ffaa Siwiizarlaand magaalaa Jeeneevaatti gaggeeffamaa jirurratti…
Dooktar Girma Amanteen Ambaasaddara Chaayinaa waliin mari’atan
Finfinnee, Guraandhala 20, 2015(FBC)- Ministirri Ministeera Qonnaa Dooktar Girma Amanteen Ityoophiyaatti Ambaasaddara Chaayinaa Zaahoo Ziyuuwaan waliin mari’ataniiru.
Mariisaaniin, haala…
Manni marichaa murtoowwan garaagaraa dabarse
Finfinnee, Guraandhala 20, 2015 (FBC) – Manni Maree Bulchiinsa Mootummaa Naannoo Oromiyaa Walgahii Idilee 3ffaa bara Hojii 6ffaa Waggaa 2ffaa, Guyyaa Har'aa Taa'een murtoowwan adda adda…
Godina Booranaatti Pirojektii Bishaan dhugaatii Birrii miiliyoona 754 ijaaramu ifoome
Finfinnee, Guraandhala 20, 2015 (FBC)- Godinaa Booranaatti Birri miiliyoona 754’n Pirojektii Bishaan dhugaatii qulqulluu ijaaruu har’a ifoomeera.
Saganticharratti Ministir Deetaan…
Manni Maree Ministirootaa Murtoowwan garaagaraa dabarse
Finfinnee, Guraandhala 20, 2015 (FBC)- Manni Maree Ministirootaa walga’ii idilee 17ffaa gaggeesseen dhimmoota garaagaraarratti mari’achuun murtoo dabarseera.
Manni marichaa walga'ii isaa…
Loon gatii boqolloo kuntaala tokkoo gadiin gurguraa jirra-Horsiisee Bultoota Booranaa
Finfinnee, Guraandhala 20, 2015 (FBC)- Hongee godinichatti mudate hordofee hanqina margaa fi bishaaniin beeyladootni kan miidhaman ta’u kan himan horsiisee bultootni godinichaa loowwan hafan…
Qajeelfama tajaajila bobbii hojii biyya keessaa ejensiiwwan quunnamsiistuu hojiifi hojjetaa dhuunfaa…
Finfinnee, Guraandhala 20, 2015(FBC)- Qajeelfama tajaajila bobbii hojii biyya keessaa ejensiiwwan quunnamsiistuu hojiifi hojjetaa dhuunfaa ilaalchisuun ba’eratti mariin gaggeeffamaa jira.…
Manni Maree Naannoo Hararii yaa’ii idilee 3ffaa gaggeessuu eegale
Finfinnee, Guraandhala 20, 2015(FBC)- Manni Maree Naannoo Hararii yaa’ii idilee 3ffaa Marsaa 6ffaa Waggaa 2ffaa gaggeessuu eegaleera.
Yaa’ichaan gabaasni raawwii karoora baatiiwwan ja’an…
Baatiiwwan ja’an darbanitti hojiimaata badaafi hannaan walqabatee hoggantootaafi hojjettoota 200…
Finfinnee, Guraandhala 19, 2015(FBC)- Baatiiwwan ja’an darbanitti hojiimaata badaafi hannaan walqabatee hoggantootaafi hojjettoota 200 olirratti himanni banamuu Kantiibaan magaalaa Finfinnee…
Xiyyeeffannoo Ityoophiyaan dameewwan saayinsii, teekinooloojiifi innooveeshiniif laate biyyoota…
Finfinnee, Guraandhala 19, 2015(FBC)- Xiyyeeffannoo Ityoophiyaan dameewwan saayinsii, teekinooloojiifi innooveeshiniif laate biyyoota Afrikaa Bahaaf fakkeenya kan ta’udha jedhan miseensonni…