Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Aanaa Gursumii fi Magaalaa Cirootti barattota maatii harka qalleeyyiif deeggarsi taasiifame
Finfinnee, Fulbaana 2, 2016 (FBC) –Godina Harargee Bahaa Aanaa Gursumii fiHarargee Lixaa Magaalaa Cirootti barattoota maatii harka qalleeyyii kuma 3 oliif deeggarsi meeshaalee barnootaa…
Dirre Dhawaatti gurgurtaa Kitaaba dhaloota Ida’amuurraa argameen Manni Kitaabaa ijaaramuuf
Finfinnee, Fulbaana 2, 2016 (FBC) – Magaalaa Dirre Dhawaatti galii gurgurtaa Kitaaba dhaloota Ida’amuurraa argame Birrii miiliyoona 100n Mana Kitaabaa ijaaramuuf dhagaan Bu’uuraa kaa’ame.…
Miseensonni boordichaa Qajeelcha ajaja waliigalaa labsii yeroo ariifachiisaa waliin mari’atan
Finfinnee, Fulbaana 2, 2016 (FBC) – Miseensonni Boordii Qorannoo Raawwii labsii yeroo ariifachiisaa hoggantoota Qajeelcha Ajaja Waliigalaa Labsii Yeroo Ariifachiisaa waliin mari’ataniiru.…
Ministeerichi waraqaa eenyummaa diijitaalaa hojjiira oolchuufi
Finfinnee, Fulbaana 2, 2016 (FBC) – Dhaabbilee barnootaa keessatti waraqaan eenyummaa diijitaala biyyaalessaa hojiirra ooluuf ta’uu Ministeerri Barnootaa beeksiise.
Ministeerichi sagantaa…
Ajajni Waliigalaa Labsii Yeroo Ariifachiisaarraa kenname
Finfinnee, Fulbaana 1, 2016 (FBC)- Ajajnii Qajeelcha Waliigalaa Labsii yeroo Yeroo Ariifachiisaa Kaampii Ugguraa akka hinqabne beeksise.
Qajeelchichi hanga ammaatti bakkoota tursiisaa…
Hoggaantootaa fi miseensotaa Poolisii miidhamaan wal’aansaarra jiraniif kennaan ayyaanaa kenname
Finfinnee, Fulbaana 1, 2016 (FBC)- Nageenya mirkaneessuuf gotummaan utuu falmanii midhaan irra gahuun wal’aansarratti kanneen argaman hoggantootaa fi miseensota Poolisiif kennaan ayyaanaa…
Itiyoophiyaanonni biyyoota garaagaraa jiraatan ayyaana bara haara kabajaa jiru
Finfinnee, Fulbaana 1, 2016 (FBC)-Itiyoophiyaanonni biyyoota addunyaa garaagaraarraa jiraatan waajjiraalee qonsilaa fi embaasiiwwanitti bara haaraa kabajaa jiru.
Jijjiirraan bara haaraa…
Dooktar Abiy fi Giiftii Duree Zinnaash Taayyachoon maaddii qoodan
Finfinnee, Fulbaana 1, 2016 (FBC)- Muummeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad fi Giiftii Duree Zinnaash Taayyaachoon maaddii qoodaniiru.
Dooktar Abiyii fi Giiftii Duree Zinnaash…
Dura Taa’aan Gamtaa Afrikaa Muusaa Faakiin ergaa baga ittiin isin gahee dabarsan
Finfinnee, Fulbaana 1, 2016 (FBC)-Dura Taa'aan Gamtaa Afrikaa Muusaa Faakii Mahaammat fi Barreessaa Olaanaan Dhaabbata Misoomaa Mootummoota Baha Afrikaa Dooktar Warqinaa Gabayyoon bara…
Pireezidaantiin naannoo Amaaraa ergaa baga geessanii dabarsan
Finfinnee, Qaammee 6, 2015 (FBC) – Pireezidaantiin naannoo Amaaraa Obbo Araggaa Kabbadaan ayyaana bara haaraa 2016 sababeeffachuun ergaa baga geessanii dabarsaniiru.
Gaaffilee ummataa…