Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Yaa’iin tumsa dhaabbilee Amantaalee Idil Addunyaa gaggeeffamuufi
Finfinnee, Guraandhala 14, 2015 (FBC) – Yaa’iin Tumsa dhaabbilee Amantaalee Idil Addunyaa jalqabaa Finfinneetti gaggeeffamuuf ta’uu Yaa’iin Dhaabbilee Amantaa Ityoophiyaa beeksise.…
Baankiin Misooma Ityoophiyaa leenjii marsaa 4ffaa intarpiraayizoota xixiqqaafi giddugaleessaaf kennu…
Finfinnee, Guraandhala 14, 2015 (FBC)- Baankiin Misoomaa Ityoophiyaa, Baankii Addunyaa waliin ta’uun leenjii marsaa 4ffaa intarpiraayizoota xixiqqaa fi giddu galeessaaf kennu guyyaa har’aa…
Jilichi naannoo Oromiyaatti daawwannaa hojii taasiisaa ture duub deebii laachuun xumure
Finfinnee, Gurraandhala 14, 2015 (FBC) - Jilil Obbo Mallas Alamuun durfamu naannoo Oromiyaatti daawwannaa hojii taasiisa ture duub deebii laachuun xumureera.
Waajjira Olaanaa Paartii…
Finfinneetti balaa tiraafikaa mudateen lubbuun namoota 6 darbe
Finfinnee, Guraandhala 13, 2015 (FBC)- Magaalaa Finfinnee naannawaa Magannaanya jedhamutti balaa tiraafikaa mudateen lubbuun namoota 6 darbuun ibsame.
Balichis Konkolaataan Awutoobisii…
Obbo Musxafee Mahaammad jaarsolii biyyaa waliin mari’atan
Finfinnee, Guraandhala 13, 2015 (FBC)- Pireezidaantiin Naannoo Somaalee Obbo Musxafee Mahaammad dhimmoota haala yeroorratti jaarsolii biyyaa waliin mari’ataniiru.
Waltajjii marichaarratti…
Boordiin Filannoo raawwii murtee ummataa Godinaa Walaayittaa irratti qorannoon dabalataa akka…
Finfinnee, Guraandhala 13, 2015 (FBC)- Godinaa Walaayittaatti seera qabeessummaa adeemsa raawwii murtee ummataa mirkaneessuuf haalonni rakkisoon uumamuurraan kan ka’e qorannoon dabalataan…
Dooktar Fitsum Asaffaan Itti Gaafatamtuu Biiroo Afrikaa Sagantaa Misoomaa Addunyaa waliin mari’atan
Finfinnee, Guraandhala 13, 2015 (FBC)- Ministirri Pilaanii fi Misoomaa Dooktar Fitsum Asaffaan Itti Gaafatamtuu Biiroo Afrikaa Sagantaa Misoomaa Dhaabbataa Mootummootaa Gamtoomanii Ahunaa…
Ityoophiyaa fi UAE’n misooma indaastirii fi invastmantiirratti waloon hojjechuuf waliigalan
Finfinnee, Guraandhala 13, 2015 (FBC)- Ityoophiyaa fi Emereetonni Araba Gamtoomanii (UAE) misooma indaastirii fi dameewwan invastmantiirrattii waloon hojjechuuf waliigalaniiru.
Jilli…
Afrikaan jijjiirama qabeenya qilleensaa dhaabuuf tattaaffii taasiftu addunyaan maallaqaan deeggaruu…
Finfinnee, Guraandhala 13, 2015 (FBC)- Afrikaan jijjiirama qabeenya qilleensaa dhaabuuf tattaaffii taasistu hawaasni Addunyaa maallaqaan akka deeggaran Itti Aanaan Muummee Ministiraa fi…
Obbo Binnaalfi Anduwaalam Itti Gaafatamtuu Biiroo Afrikaa Sagantaa Misoomaa Addunyaa waliin…
Finfinnee, Guraandhala 13, 2015 (FBC)- Ministirri Ministeera Nageenyaa Obbo Binnaalfi Anduwaalam Itti Gaafatamtuu Biiroo Afrikaa Sagantaa Misoomaa Dhaabbataa Mootummootaa Gamtoomanii Ahunaa…