Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Barattoonni sababa rakkoo nageenyaan qormaata kutaa 12ffaa hin qoramne Fulbaana 8, 2016 eegalee kan…
Finfinnee, Qaammee 3, 2015 (FBC) – Barattoonni sababa rakkoo nageenyaan qormaata kutaa 12ffaa hin qoramne Fulbaana 8, 2016 eegalee kan qoraman ta’uu Tajaajilli Maaddaallii Barnootaa fi…
Magaalootaa fi aanaalee Oromiyaa garaagaraatti harka qaleeyyiif deeggarsi taasiifame
Finfinnee, Qaammee 3, 2015 (FBC) – Qaammee 3, guyyaa Gaarummaa sababeeffachuun Magaalootaa fi aanaalee Oromiyaa garaagaraatti harka qaleeyyiif deeggarsi taasiifameera.
Bulchiinsa Magaalaa…
Aadaan waldeeggaruu hawaasaa cimee itti fufuu qaba-Obbo Araggaa Kabbadaa
Finfinnee, Qaammee 3, 2015 (FBC)- Hawaasni aadaa walgargaaruu cimsee itti fufuu qaba jechuun Pireezidaantiin Naannoo Amaaraa Obbo Araggaa Kabbadaan ibsan.
Guyyaa Gaarummaa sababeeffachuun…
Itiyoo Teelekoom dargaggoota hojii uumtootaaf suuqiiwwan socho’aan kenne
Finfinnee, Qaammee 3, 2015 (FBC)- Itiyoo Teelekoom Guyyaa Gaarummaa sababeeffachuun dargaggoota hojii uumtootaaf 99’f suuqqiiwwan socho’an 30 dabarseera.
Hojii Raawwachistuun Olaantuun…
Gaarummaan ulaagaa kan hin qabnee fi safaramuu kan hin dandeenye – Dooktar Abiy
Finfinnee, Qaammee 3, 2015 (FBC) – Muummeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad Guyyaa Gaarummaa dargaggoota tola ooltummaa naannolee hundaarraa dhufan waliin Addabaabayii michummaatti…
Taaksii mootummaa Birrii biiliyoona 30 ol miidhaa qaqqabsiisuun kan shakkame mirga wabii dhorkamuun…
Finfinnee, Qaammee 3, 2015 (FBC) – Manni Murtii Olaanaa Federaalaa ramaddiin Lidataa dhaddachi malaammaltummaa 1ffaa shakkamaa Taaksii mootummaarra Birrii biiliyoona 30 ol miidhaa…
Gaarummaan dhimma guyyuu hojiirraa oolchuu qabnuudha-Obbo Binnaalfi
Finfinnee, Qaammee 3, 2015 (FBC)- Gaarummaan dhimmaa yeroo hundaa jireenya keessatti hojiirra oolchuu qabnuudha jedhan Ministirri Ministeera Nageenyaa Obbo Binnaalf Andu’aalam.
Guyyaan…
Itiyoophiyaa fi Chaayinaan qabsoo farraa malaanmaltummaarratti tumsaan hojjechuuf mari’atan
Finfinnee, Qaammee 3, 2015 (FBC)-Koomiishinarri Koominishinii Naamuusa fi Farra Malaanmaltummaa Dooktar Saamu’eel Hurqaatoon Itiyoophiyaatti Ittaanaa Ambaasaaddara Chaayinaa Ambaasaaddar…
Ministeerri Dhimma Alaa Guyyaa Gaarummaan kennaa ayyaanaa fi maaddii qoode
Finfinnee, Qaammee 3, 2015 (FBC)- Ministeerri Dhimaa Alaa Guyyaa Gaarummaa har'aa kabajamaa jiru sababeeffachuun kennaa ayyaanaa fi maaddii qoodeera.
Ministir Deetaan Ministeerichaa…
Humni qilleensichaa qondaaltoota olaanoo yeroo dheeraaf tajaajilaniif guddina gulantaa laate
Finfinnee, Qaammee 3, 2015 (FBC) – Humni Qillensaa Itiyoophiyaa Qondaaltoota waggoota dheeraaf tajaajilaaniif guddina Gulanta kenneera.
Sirnicharratti Ajaja Olaanaan Humna Qilleensaa…