Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Obbo Binnaalfi Anduwaalam Itti Gaafatamtuu Biiroo Afrikaa Sagantaa Misoomaa Addunyaa waliin…
Finfinnee, Guraandhala 13, 2015 (FBC)- Ministirri Ministeera Nageenyaa Obbo Binnaalfi Anduwaalam Itti Gaafatamtuu Biiroo Afrikaa Sagantaa Misoomaa Dhaabbataa Mootummootaa Gamtoomanii Ahunaa…
Biiroon Qonnaa Oromiyaa Mana Barumsaa Bultii Addaa Adaamaaf midhaan nyaataa kuntaala 400 gumaache
Finfinnee, Guraandhala 13, 2015 (FBC) – Biiroon Qonnaa Oromiyaa Mana Barumsaa Bultii Addaa Adaamaaf midhaan nyaataa kuntaala 400 gumaacheera.
Biirichi mana barumsichaaf midhaan nyaataa…
Baankiin Misooma Ityoophiyaa marsaa 4ffaaf leenjiin kennu boruu eegala
Finfinnee, Guraandhala 13, 2015 (FBC)- Baankiin Misoomaa Ityoophiyaa, Baankii Addunyaa waliin ta’uun intarpiraayizoota xixiqqaa fi giddu galeessaaf borurraa eegalee marsaa 4ffaaf leenjii kan…
Kooriyaan Kibbaa hariiroo Ityoophiyaa waliin qabdu cimsitee kan itti fuftu ta’uu ibsite
Finfinnee, Guraandhala 13, 2015(FBC)- Kooriyaan Kibbaa hariiroo dameewwan garaagaraan Ityoophiyaa waliin qabdu cimsitee kan itti fuftu ta’uu ibsiteetti.
Ergamaan Addaafi Gorsaa olaanaan…
Hoggantoonni Yaa’ii Gamtaa Afrikaa 36ffaarratti hirmaatan gara biyya isaanii deebi’an
Finfinnee, Guraandhala 13, 2015 (FBC) – Hoggantoonni biyyoota garaagaraa Yaa’ii Gamtaa Afrikaa 36ffaarratti hirmaata turan gara biyya isaaniitti gaggeeffamaniiru.
Haaluma Hoggantoonni…
Lammiileen daandiirra jiraatan kuma 17 ol qe’eesaaniitti deebifaman
Finfinnee, Guraandhala 13, 2015 (FBC)- Baatiiwwan torban darban Finfinneetti lammiilee daandiirra jiraatan kuma 17 ol qe’eesaaniitti akka deebi’an taasisuusaa Biiroon Dhimma Dubartootaa,…
Oromiyaatti konkolattoonni kuma 71 ol fayyadamoo deeggarsa boba’aa ta’aniiru-EGO
Finfinnee, Guraandhala 13, 2015 (FBC)-Naannoo Oromiyaatti konkolattonni tajaajila geejjiba ummataa kennaan kuma 71 fi 582 fayyadamoo deeggarsa boba’aa ta’uu Ejensiin Geejjibaa Oromiyaa…
Daldala Ityoophiyaafi Paakistaan guddisuuf hojjetamaa jira- Ambaasaaddar Jamaal Bakar
Finfinnee, Guraandhala 13, 2015(FBC)- bara 2023tti daldala Ityoophiyaafi Paakistaan gara Doolaara miiliyoona 200tti guddisuuf hojjetamaa jiraachuu Paakistaanitti Ambaasaaddarri Ityoophiyaa…
Obbo Awwal Arbaan aanaa Hanruukitti hojiilee misoomaa qonnaa daawwatan
Finfinnee, Guraandhala 13, 2015(FBC)- Jilli Pireezdaantii naannoo Afaar Obbo Awwal Arbaan durfamu godina Gabii Rasuu aanaa Hanruukitti hojiilee misoomaa qonnaa daawwateera.
Obbo Awwal…
MM Abiy Ahimad Itti Aantuu Pireezidaantii Ugaandaa waliin mari’atan
Finfinnee, Guraandhala 13, 2015 (FBC)-Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad Itti Aantuu Pireezidaantii Ugaandaa Meejar Awuppoo Jeesiyaa Rooz Iippel waliin mari’ataniiru.
Marii isaaniinis…