Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Ministeerri Dhimma Alaa Guyyaa Gaarummaan kennaa ayyaanaa fi maaddii qoode
Finfinnee, Qaammee 3, 2015 (FBC)- Ministeerri Dhimaa Alaa Guyyaa Gaarummaa har'aa kabajamaa jiru sababeeffachuun kennaa ayyaanaa fi maaddii qoodeera.
Ministir Deetaan Ministeerichaa…
Humni qilleensichaa qondaaltoota olaanoo yeroo dheeraaf tajaajilaniif guddina gulantaa laate
Finfinnee, Qaammee 3, 2015 (FBC) – Humni Qillensaa Itiyoophiyaa Qondaaltoota waggoota dheeraaf tajaajilaaniif guddina Gulanta kenneera.
Sirnicharratti Ajaja Olaanaan Humna Qilleensaa…
Qaammeen 3 Guyyaan Gaarummaa Naannoolee garaagaraatti kabajamaa jira
Finfinnee, Qaammee 3, 2015 (FBC)-Guyyaan Gaarummaa Naannoolee garaagaraatti sagantaalee garaagaraan kabajamaa jiraachuun ibsame.
Guyyichi Naannoo Gaambeellatti mata dure “Gaarummaa…
Paaspoortiin kumni 190 ol maxxanfamuun gara biyyaa keessaa gale – TLI
Finfinnee, Qaammee 3, 2015 (FBC) – Sababa hanqina Paaspoortiif baatiwwan 6n darbaniif adda citee kan ture tajaajila kenniinsa Paaspoortii eegalchiisuuf Paaspootiin kumni 190 ol maxxanfamuun…
Oromiyaatti tajaajila lammummaa Birrii biiliyoona 102’tti tilamaamu hojjechuuf karoorfameera
Finfinnee, Qaammee 3, 2015 (FBC)- Bara baajataa 2016 Naannoo Oromiyaatti tajaajila lammuummaa Birrii biiliyoona 102'tti tilmaamamu raawwachuuf karoorfamuu Buusaa Gonofaa Oromiyaa beeksise.…
Gaarummaan kennaa fi humna kuufamaa ittiin carroomneedha-TKM
Finfinnee, Qaammee 3, 2015 (FBC)-Gaarummaan qabeenyaa irraa hafaa yookaan dandeettii addaa waan qabnuuf kan raawwannuu utuu hintaane kennaa fi humna kuufamaa namni hunduu ittiin carroome…
Dirre Dhawaatti dhaabbilee Amantaaleef maaddiin qoodame
Finfinnee, Qaammee 3, 2015 (FBC) – Kantibaan Magaalaa Dirre Dhawaa Obbo Kadir Jawaar Qaammee 3 guyyaa Gaarummaa sababeeffachuun dhaabbilee Amantaaleef horii qalmaa gumaachaniiru.…
Magaalichatti lammiilee harka qalleeyyii kuma 424 oliif maaddiin qoodame
Finfinnee, Qaammee 3, 2015 (FBC) – Magaalaa Finfinneetti Qaammee 3 guyyaa Gaarummaa sababeeffachuun lammiilee harka qalleeyyii kuma 424 oliif maaddiin qoodameera.
Kantibaan Magaalaa…
Wayita ayyaanaa balaawwan mudachuu malan ittisuuf qophiin gahaan taasiifamuu ibsame
Finfinnee, Qaammee 3, 2015 (FBC) – Wayita ayyaanaa balaawwan tasaa mudachuu malan ittisuuf qophiin gahaan taasiifamuu Komishiniin Hoggansa Sodaa Balaa fi Ibiddaa magaalaa Finfinnee…
Itiyoophiyaan biyya wareegama hedduun cichoomteedha – Aadde Adaanach Abeebee
Finfinnee, Qaammee 2, 2015 (FBC) – Itiyoophiyaan biyya wareegama hedduun cichoomteedha jedhan Kantibaan magaalaa Finfinnee Aadde Adaanach Abeebeen.
Aadde Adaanach Qaamolee nageenyaa…