Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Boordiin Filannoo Biyyaalessaa taajjabdoota beekamtii laateefiif waamicha dhiyeesse
Finfinnee, Guraandhala 7, 2015(FBC)- Boordiin Filannoo Biyyaalessaa hojii bu’aa yeroo murtoo uummataa qulqulleessuufi mirkaneessuu akka taajjabaniif qaamolee taajjabdoota beekamtii…
Yaa’iin Waggaa Gamtaa Afrikaa boru walga’ii hojii raawwachiistotaan ni eegala
Finfinnee, Guraandhala 7, 2015(FBC)- Yaa’iin Waggaa Gamtaa Afrikaa 36ffaan guyyaa boruu walga’ii hojii raawwachiistotaan kan eegalu ta’uu Ministeerri Dhimma Alaa beeksise.
Dubbii Himaan…
Baankiin Addunyaa deeggarsa hojiilee misoomaa Ityoophiyaaf taasisu kan itti fufu ta’uu ibse
Finfinnee, Guraandhala 7, 2015(FBC)- Ministirri Ministeera Pilaaniifi Misoomaa Dooktar Fitsum Asaffaan jila garee Baankii Addunyaa waliin mari’ataniiru.
Mariisaaniin, hojiilee tumsaan…
Yaa’iin Hoggantootaa Afrikaa rakkoo tokko malee akka xumuramuuf qophii amansiisaan taasifameera-…
Finfinnee, Guraandhala 7, 2015(FBC)- Yaa’iin Hoggantootaa Afrikaa rakkoo tokko malee akka xumuramuuf qophii amansiisaan taasifamuun gara hojiitti galamuu Poolisiin Magaalaa Finfinnee…
Jilli miseensota Paarlaamaa Obbo Taaggasee Caafoon durfamu gita isaa Kaanaadaa walii muxxannoo…
Finfinnee, Gurraandhala 6, 2015 (FBC) - Jilli miseensota Paarlaamaa Af Yaa'ii Mana Maree Bakka Bu'oota Ummataa Obbo Taaggasee Caafoon durfamu gita isaa Kaanaadaa walii muxxannoo…
Manneen barnootaa sababa waraanaan barbadaa’aan keessaa %50 hojii eegalan – Ministeera…
Finfinnee, Gurraandhala 6, 2015 (FBC) - Manneen barnootaa sababa waraanaan barbadaa'aan keessaa %50 hojii eegaluu Ministeerri barnootaa beeksiise.
Manneen barnoootaa miidhaman hundi…
Baatiiwwan ja’an darbanitti lammiilee miiliyoona 1.4 oliif carraan hojii uumameera-MPM
Finfinnee, Guraandhala 6, 2015 (FBC)-Baatiiwwan jalqabaa bara 2015’tti lammiilee miiliyoona 1.4 oliif carraan hojii dhaabbii umamuu Ministeerri Pilaanii fi Misoomaa ibse.
Ministeerichi…
Meeshaalee konteenaraan saamsuun sharafa alaa Doolaara miiliyoona 1.9 hambisuun eerame
Finfinnee, Guraandhala 6, 2015 (FBC)- Meeshaalee daldala alaa biyya keessatti konteenaraan saamsuun baasii sharafa alaa Doolaara miiliyoona 1.9 ol baraaruun akka danda’ame ibsame.…
Hariiroon gam-lamee Ityoophiyaafi Sudaan fooyya’uu ibsame
Finfinnee, Guraandhala 6, 2015(FBC)- Hariiroon gam-lamee Ityoophiyaafi Sudaan akka fooyya’uuf hojiileen dippiloomaasii bu’aa qabeessi hojjetamuu Ministeerri Dhimma Alaa ibse.
Komishiniin…
Dorgommiin Shaampiyoonaa Ispoortii aanaalee godina Jimmaa 29ffaan eegale
Finfinnee, Guraandhala 6, 2015 (FBC) – Dorgommiin Shaampiyoonaa Ispoortii aanaalee godina Jimmaa 29ffaa har’a eegaleera.
Dorgommiin aanaalee godinichaa hunda hirmaachise kun Kubbaa miilaa…