Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Magaalonni Finfinnee fi Chuunchoon walta’iinsaan hojjechuuf waliigalteerra ga’an
Finfinnee, Hagayya 22, 2015 (FBC)- Kantiibaan Bulchiinsa Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech Abeebeen, waliigaltee Magaalaa Finfinnee fi Magaalaa Chunchoon gidduu haaressuuf Kooriyaa Kibbaa…
Ergama nagaa kabachiisuu Idil Addunyaa addaan cite ture itti fufsiisuuf waliigalteerra ga’ame
Finfinnee, Hagayya 22, 2015 (FBC)- Poolisiin Federaalaa Itiyoophiyaa ergama nagaa kabachiisuu Idil Addunyaa addaan citee ture itti fufsiisuuf waliigalteerra ga’uu beeksiseera.
Bara…
Kutaa Magaalaa Mana Abbichuutti baalli sammuu namaa hadoochu kuntaalli 24 to’atame
Finfinnee, Hagayya 22, 2015 (FBC) – Bulchiinsa Magaalaa Shaggar Kutaa Magaalaa Mana Abbichuutti baalli sammuu namaa hadoochu kuntaalli 24 to’atamuu Waajjirri Bulchiinsaaf Nageenyaa kutaa…
Odeeffannoowwan qonnaa dijitaalawaa taasisuuf waliigalteen mallatteeffame
Finfinnee, Hagayya 22, 2015 (FBC)- Inistitiyuutiin ce’umsa qonnaa Itiyoophiyaa “Green Agro Solution” Walda Dhuunfaa Itti Gaafatamni Isaa Murtaa’e waliin odeeffannoowwan qonnaa dijitaalessuuf…
Waltajjiin nageenyaa sadarkaa federaalaa, naannolee fi bulchiinsa magaalotaa gaggeeffamaa jira
Finfinnee, Hagayya 22, 2015 (FBC)- Waltajjiin nageenyaa qaamolee federaalaa, naannolee fi bulchiinsa magaalotaa hirmaachise magaalaa Jigjigaatti gaggeeffamaa jira
Waltajjicharratti…
Komaandi Postiin Labsii Yeroo Ariifachiisaa Naannoo Amaaraatti nageenya mirkaneessuuf hojiilee seera…
Finfinnee, Hagayya 21, 2015 (FBC)- Qajeelchi waliigalaa Komaadipoostii labsii yeroo ariifachiisaa Naannoo Amaaraa naannichatti nageenya mirkaneessuuf hojiilee hojjetamaa jiran gamaaggameera.…
Ijaarsi Paarkii Shonkoree marsaan jalqabaa 2016 xumurama jedhame
Finfinnee, Hagayya 21, 2015 (FBC)- Pirojektiin bakka bashannanaa daa'immanii fi dargaggootaa Paarkii Shonkoree marsaan jaqabaa bara 2016’tti ni xumurama jedhame.
Magaalaa Jimmaatti…
Dooktar Abiy miseensota eegumsa Rippaabilikaanii daawwatan
Finfinnee, Hagayya 21, 2015 (FBC)-Muummeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad leenjii eegumsaarra kan turan miseensota eegdota Rippaabilikaanii daawwataniiru.
Leenjichis ijaarsa…
Shaampiyoonaan Atileetiksii Addunyaa har’a xumurama
Finfinnee, Hagayya 21, 2015 (FBC)-Hangaarii Buudaapestitti gaggeeffamaa kan jiru Shaampiyoonaan Atileetiksii Addunyaa 19ffaan har’a galgala dorgommiiwwan gaggeefamaniin xumurama.
Galgalaa…
Addaan citee kan ture mariin gamsadee Hidhaa Haaromsaa Kaariyootti eegale
Finfinnee, Hagayya 21, 2015 (FBC)-Addaan citee kan ture mariin gamsadee Hidhaa Guddicha Haaromsaa Itiyoophiyaa guyyaa har'aa Ijibti Kaariyootti eegaleera.
Mariin gamsadee kun kanaan dura…