Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Daandiin Qilleensicha fi IGAD waliigaltee sanadaa mallatteessan
Finfinnee, Guraandhala 6, 2015 (FBC)-Daandiin Qilleensaa Ityoophiyaa fi Dhaabbanni Misooma Mootummoota Baha Afrikaa Geejjibaa Qilleensaa Ardichaarratti waliin hojjechuuf waliigaltee sanadaa…
Barana guddina oomishaa biyyaa keessaa fooyya’aatu eegama-Ministeericha
Finfinnee, Guraandhala 6, 2015 (FBC)- Barana guddina oomisha biyya keessaa fooyya’aan akka eegamu Ministeerri Pilaanii fi Misoomaa beeksise.
Ministeerichi raawwii hojii baatiiwwan ja’an…
Humni Eeggataa Afrikaa Bahaa ergama isaa akka bahatu gama faayinaansii fi humna namaan biyyoonni…
Finfinnee, Guraandhala 6, 2015 (FBC)- Humni eeggataa Afrikaa Bahaa ergama isaa akka bahatu gama faayinaansii fi humna namaa fi yeroon biyyoonni miseensotaa gatii barbaachisaa kaffalaniiru…
Sagantaa fooyya’iinsa Dandeettiin Yuunivarsiitiwwan mootummaa fi filannoowwan garaagaraan barnoota…
Finfinnee, Guraandhala 6, 2015 (FBC) – Ministeerri Barnootaa Sagantaa fooyya’iinsa Dandeettii(Remedial Program) Yuunivarsiitiwwan mootummaa fi filannoowwan garaagaraan barnoota hordofuuf…
Manni Maree naannoo Uummattoota Kibba Lixa Ityoophiaa yaa’ii idileesaa gaggeessaa jira
Finfinnee, Guraandhala 6, 2015(FBC)- Manni Maree Naannoo Uummattota Kibba Lixa Ityoophiyaa Yaa’ii Idilee 3ffaa Mana Maree 6ffaa bara hojii 2ffaa magaalaa Tarcaatti gaggeessaa jira.…
Manni Maree naannichaa yaa’ii idilee 4ffaa mana maree 6ffaa gaggeessuu eegale
Finfinnee, Guraandhala 6, 2015(FBC)- Manni Maree Naannoo Somaalee yaa’ii idilee 4ffaa mana maree 6ffaa gaggeessuu eegaleera.
Manni marichaa yaa’ii isaa kanaan rawwii baatiwwan jahan…
Oomishaalee sadarkaa gadi ta’an meetirik toonii kuma 1 fi 85 biyya keessa akka hingalle taasifamuun…
Finfinnee, Guraandhala 6, 2015 (FBC)- Baatiiwwan ja’an darbanitti oomishaaleen garaagaraa meetirik toonii kuma 1 fi 86 biyya keessa akka hinseenne taasifamuu Ministeerri Daldalaa fi Walitti…
Naannoo Tigraayitti sirna baruufi barsiisuu addaan cite ture deebisuuf qindoominaan hojjetamaa jira…
Finfinnee, Guraandhala 6, 2015(FBC)- Naannoo Tigraayitti sirna baruufi barsiisuu sababa walitti bu’iinsaan addaan cite ture deebisuuf qindoominaan hojjetamaa jiraachuu Ministeerri Barnootaa…
Hoteeloonni Yaa’ii hoggantoota Afrikaaf qophii barbaachisu xumuruun keessummoota simachuu…
Finfinnee, Gurraandhala 5, 20015 (FBC) - Hoteeloonni Yaa'ii hoggantoota Afrikaa 36ffaaf qophii barbaachisu xumuruun keessummoota simachuu eegaluu isaanii Waldaan abbootii qabeenyaa…
Faawundeeshiniin Haacaaluu Hundeessaa horsiisee bultootaa hongeen miidhamaniif deeggarsa taasise
Finfinnee, Gurraandhala 5, 20015 (FBC) - Faawundeeshiniin Haacaaluu Hundeessaa Godina Booranaa, Aanaa Areeroo magaalaa Halloonaatti horsiisee bultootaa hongeen miidhamaniif deeggarsa…