Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Bu’aa qabeesummaa damee leenjii ogummaa fi teekinikaaf hojjetamaa jira-Aadde Mufaariyaat…
Finfinnee, Hagayya 21, 2015 (FBC)-Dameen leenjii ogummaa fi teekinikaaf riqicha beekumsaa fi ogummaa walquunnamsiisu waan ta'eef bu'aa qabeessummaa damichaaf hojjetamaa jiraachuu Ministeerri…
Pireezidaanti Shimallis Gaambeellaatti Mana Barumsaa Ifa Boruu eebbisiisan
Pireezidaanti Shimallis Gaambeellaatti Mana Barumsaa Ifa Boruu eebbisiisan
Finfinnee, Hagayya 21, 2015 (FBC)-Pireezdaantiin Naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis Abdiisaan Magaalaa…
Naannoleen garaagaraa naannoo Amaaraa cinaa kan dhaabbatan ta’uu ibsan
Finfinnee, Hagayya 20, 2015 (FBC) – Pireezidaantoonni naannoleen garaagaraa naannoo Amaaraa cinaa kan dhaabbatan ta'uu ibsaniiru.
Sirni aangoo fudhachuu Pireezidaantii naannoo Amaaraa…
Rakkoolee ummataa ijoo ta’an furuuf hojii bu’aa qabeessi hojjetame – Obbo Adam…
Finfinnee, Hagayya 20, 2015 (FBC) – Rakkoolee ummataa ijoo ta'an furuuf hojii bu'aa qabeessi hojjetamuu Itti Aanaa Pireezidaantiin Paartii Badhaadhinaa Obbo Adam Faaraahiin ibsan.…
Injifannoo hundi keenya qooddannu, injifannoo boonsaa waan galmeessitaniif eebbifama –…
Finfinnee, Hagayya 20, 2015 (FBC) – Pireezidaantiin FDRI Saahilawarq Zawdeen injifannoo fiigicha Maaraatooniin argame hordofee ergaa baga gammaddanii dabarsaniiru.
Atileetota dubartootaa…
Qajeelchi Ajaja Waliigalaa labsii yeroo ariifachiisaa hojii olaatumma seeraa kabachiisuu cimsee itti…
Finfinnee, Hagayya 20, 2015 (FBC) –Qajeelchi Ajaja Waliigalaa labsii yeroo ariifachiisaa haala waqtaawaa ilaalchisee ibsa laateera.
Naannoo Amaaraatti hoggansa haaraaf haala mijataa…
Avookaadoon Itiyoophiyaa dhama addaa qaba – Dooktar Abiy
Finfinnee, Hagayya 20, 2015 (FBC) – Avookaadoon Itiyoophiyaa dhama addaa qabaachuu Muummeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad ibsan.
Avokaadoowwan al-ergiidhaaf qophaa’an kun daldalli…
Sirni aangoo fudhachuu Pireezidaantii naannoo Amaaraa Obbo Araggaa Kabbaddaa gaggeeffamaa jira
Finfinnee, Hagayya 20, 2015 (FBC) –Sirni aangoo fudhachuu Pireezidaantii naannoo Amaaraa Obbo Araggaa Kabbaddaa Magaalaa Bahirdaaritti gaggeeffamaa jira.
Pireezidaantoonni naannolee…
Dooktar Girmaan naannoo Gaambeellaatti sanada Ce’umsa qonnaa ifoomsan
Finfinnee, Hagayya 20, 2015 (FBC) – Ministirri Ministeera Qonnaa Dooktar Girmaa Amanteen naannoo Gaambeellaatti sanada Tiraanifoormeeshinii qonna naannichaa ceesisuu danda'u ifoomsaniiru.…
Dooktar Girmaan naannoo Tigraayitti hojiilee misooma qonnaa daawwatan
Finfinnee, Hagayya 20, 2015 (FBC) – Ministirri Ministeera Qonnaa Dooktar Girmaa Amanteen naannoo Tigraayitti hojiilee misooma qonnaa daawwataniiru.
Dooktar Girmaan Naannoo Tigraay Godina…