Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Oomishaalee sadarkaa gadi ta’an meetirik toonii kuma 1 fi 85 biyya keessa akka hingalle taasifamuun…
Finfinnee, Guraandhala 6, 2015 (FBC)- Baatiiwwan ja’an darbanitti oomishaaleen garaagaraa meetirik toonii kuma 1 fi 86 biyya keessa akka hinseenne taasifamuu Ministeerri Daldalaa fi Walitti…
Naannoo Tigraayitti sirna baruufi barsiisuu addaan cite ture deebisuuf qindoominaan hojjetamaa jira…
Finfinnee, Guraandhala 6, 2015(FBC)- Naannoo Tigraayitti sirna baruufi barsiisuu sababa walitti bu’iinsaan addaan cite ture deebisuuf qindoominaan hojjetamaa jiraachuu Ministeerri Barnootaa…
Hoteeloonni Yaa’ii hoggantoota Afrikaaf qophii barbaachisu xumuruun keessummoota simachuu…
Finfinnee, Gurraandhala 5, 20015 (FBC) - Hoteeloonni Yaa'ii hoggantoota Afrikaa 36ffaaf qophii barbaachisu xumuruun keessummoota simachuu eegaluu isaanii Waldaan abbootii qabeenyaa…
Faawundeeshiniin Haacaaluu Hundeessaa horsiisee bultootaa hongeen miidhamaniif deeggarsa taasise
Finfinnee, Gurraandhala 5, 20015 (FBC) - Faawundeeshiniin Haacaaluu Hundeessaa Godina Booranaa, Aanaa Areeroo magaalaa Halloonaatti horsiisee bultootaa hongeen miidhamaniif deeggarsa…
Waan ummataaf waadaa galle har’a gochaan agarsiifnerrra – MM Abiy Ahimad
Finfinnee, Gurraandhala 5, 20015 (FBC) - Waan ummataaf waadaa galle har'a gochaan agarsiisuun Qamadii Alatti erguu jalqabneerra jedhan Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad.
Karoorfachuu,…
Shaakalli hojiirraa hojiilee nageenyaa fi eegumsaa humni waloo nageenyaa magaalaa Finfinneetti…
Finfinnee, Gurraandhala 5, 20015 (FBC) -Shaakalli loltummaa hojiirraa hojiilee nageenyaa fi eegumsaa humni waloo nageenyaa magaalaa Finfinneetti taasiise milkiin xumuramuu humni walichaa…
Ramaddiin barattoota Yuunivarsiitii seenanii halkan har’aa ni ifooma – Ministeera…
Finfinnee, Gurraandhala 5, 20015 (FBC) - Ramaddiin barattoota Yuunivarsiitii seenanii halkan har'aa kan ifoomu ta'uu Ministeerri Barnootaa beeksise.
Ramaddiin barattoota bara 2014…
Diinagdee Oromoo bu’uuraan jijjiiruuf xiiqiin hojjechaa jira – Pireezidaanti Shimallis…
Finfinnee, Gurraandhala 5, 20015 (FBC) - Mootummaan Naannoo Oromiyaa diinagdee Oromoo bu'uuraan jijjiiruuf hojiiwwan karoorfaman dachaan raawwachuuf xiiqiin hojjecjaa jiraachuu…
Sagantaan maaddii biyyaa boqonnaa 2ffaa eegalchiisuu gaggeeffame
Finfinnee, Gurraandhala 5, 20015 (FBC) - Sagantaan piroojektii maaddii biyyaa boqonnaa 2ffaa eegalchiisuu gaggeeffameera.
Saganticharratti Birriin biiliyoonni 1.2 waadaa galameera.…
Humna kuufamaa qabnu fayyadamuun oomishaa fi oomishtummaa guddisuun danda’ameera –…
Finfinnee, Gurraandhala 4, 20015 (FBC) - Humna kuufamaa jiru fayyadamuun oomishaa fi oomishtummaa guddisuun danda'amuu Ministeerri Qonnaa beeksise.
Manni hojjichaa raawwii hojii baatiwwan…