Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Naannoo Gaambeellaatti gamaaggamni raawwii karoora baatiiwwan jahan darbanii gaggeeffamaa jira
Finfinnee, Guraandhala 1, 2015(FBC)- Naannoo Gaambeellaatti gamaaggamni raawwii karoora baatiiwwan jahan darbanii gaggeeffamaa jiraachuu ibsame.
Waltajjii gamaaggamichaarratti…
MM Abiy Ahimad daawwannaa hojii Awurooppaatti taasisan xumuruun gara biyyaa deebi’an
Finfinnee, Guraandhala 1, 2015(FBC)- Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimadiifi jilli isaanii daawwannaa hojii Awurooppaatti taasisaa turan xumuruun gara biyyaa deebi’aniiru.
Muummeen…
MM Abiy Ahimad Pireezidaanti Maakroon waliin mari’atan
Finfinnee, Gurraandhala 1, 2015 (FBC) - Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad Pireezidaantii Faransay Imaanu'eel Maakroon waliin Paarisitti mari'ataniiru.
Muummeen Ministiraa FDRI Abiy…
Rakkolee abbootii qabeenyaa invastimantiirratti bobba’anii furuun xiyyeeffannaa argachuu qaba-Obbo…
Finfinnee, Amajjii 30, 2015 (FBC)- Rakkolee abbootii qabeenyaa biyya alaa biyya keessatti hojiilee invastimantiirratti bobba’anii furuun dhimma xiyyeeffannaa argachuu qabu ta’uu…
Ambaasaaddaroonni Gamtaa Awurooppaa fi qaamoleen tumsitootaa hojiilee misoomaa Ityoophiyaa akka…
Finfinnee, Amajjii 30, 2015 (FBC)- Ambaasaaddaroonni biyyootaa Gamtaa Awurooppaa fi qaamoleen tumsitoota misoomaa, karooraa fi hojiilee misoomaa Ityoophiyaa akka deeggaran ibsan.…
Bara oomishaa kanatti Atarri Akuurii kuntaalli miiliyoonni 5 argame
Finfinnee, Amajjii 30, 2015 (FBC)- Bara oomishaa 2014/15 lafaa hektaara kuma 340 uwwifamerraa oomisha kuntaalli miiliyoonni 5 argamuu Ministeerri Qonnaa beeksise.
Waltajjiin marii…
Hidha Guddicha Haaromsa Ityoophiyaaf galiin Birrii miiliyoona 867 ol walitti qabame
Finfinnee, Amajjii 30, 2015 (FBC)- Baatiiwwan ja’an daraban ijaarsaa Hidhaa Guddicha Haaromsa Ityoophiyaaf galiin Birrii miiliyoona 867 walitti qabamuu Waajjirri Qindeessaa Hirmaannaa…
Yaa’iin Waloo dhaabbilee Siiviilii Hawaasaa fi mootummaa hundaa’e
Finfinnee, Amajjii 30, 2015 (FBC) – Yaa’iin Waloo dhaabbilee Siiviilii Hawaasaa fi mootummaa har’a sadarkaa federaalaatti magaalaa Finfinneetti hundaa’eera.
Yaa’ichi waltajjii tumsaa…
MM Abiy Ahimad Muummee Ministiraa Maaltaa waliin mari’atan
Finfinnee, Amajjii 30, 2015 (FBC) – Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad Muummee Ministiraa Maaltaa Roobart Abbeellaa waliin mari’atan.
Jilli Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimadii fi…
Ijaarsa Gamoo Qajeelcha Ajaja waliigalaa Komaandoo fi Humna Qilleensaaf dhagaan bu’uuraa kaa’ame
Finfinnee, Amajjii 30, 2015 (FBC) – Ijaarsa Gamoo Qajeelcha Ajaja waliigalaa Komaandoo fi Humna Qilleensaaf dhagaan bu’uuraa kaa’ameera.
Ijaarsa gamoo kanaaf Birrii biiliyoonni 1.4 baasii…