Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Mootummaan Ityoophiyaa fi Dhaabbanni Mootummoota Gamtoomanii deeggarsa namoomaa deebisanii eegaluuf…
Finfinnee, Hagayya 17, 2015 (FBC) – Mootummaan Ityoophiyaa fi Dhaabbanni Mootummoota Gamtoomanii, kutaalee hawaasaa rakkoo saaxilamoo ta’aniif deeggarsa namoomaa hatattamaan eegaluuf…
Ityoophiyaan hariiroo Dippiloomaasii Ugaandaa waliin qabdu cimsuuf xiyyeeffannoon kan hojjettu ta’uu…
Finfinnee, Hagayya 17, 2015 (FBC) – Ityoophiyaan hariiroo Dippiloomaasii Ugaandaa waliin qabdu cimsuuf xiyyeeffannoon kan hojjettu ta'uu Ugaandaatti Ambaasaaddarri Ityoophiyaa Itsagannat…
Lammiilee miiliyoona 9’f carraa hojii haaraa uumuuf karoorfameera-Dooktar Fitsum Asaffaa
Finfinnee, Hagayya 16, 2015 (FBC)- Bara 2016 hanga 2018'tti kan hojiirra oolfamu karoora bara giddugaleessaan lammiilee miiliyoona 9’f carraa hojii haaraa uumuuf karoorfamuu Ministirri…
Yuunivarsiitiin Finfinnee bara 2016 eegalee barattoota digirii jalqabaa dorgommiin akka simatu ibse
Finfinnee, Hagayya 16, 2015 (FBC)- Yuunivarsiitiin Finfinnee bara barnoota 2016 eegalee barattoota digirii jalqabaa dorgomsiisuun kan simatu ta’uu beeksise.
Yuunivarsiitichi bu’uura…
Dhimmi lafa Shaggar akka feeteen akka hinqisaasamneef karaa dijitaalawaan akka hogganamu…
Finfinnee, Hagayya 16, 2015 (FBC)- Dhimmi lafa Shaggar akka feeteen akka hinqisaasamneef karaa dijitaalawaa ta'een akka hoggamu taasifamuu Kamtiibaan Bulchiinsa Magaalaa Shaggar Dooktar…
Abbootiin Gadaa Ayyaana Ashandaa sababeeffachuun deeggarsa Birrii Miiliyoona 10 taasisan
Finfinnee, Hagayya 16, 2015 (FBC)- Abbootiin Gadaa Oromoo Ayyaana Ashandaa sababeeffachuun Naannoo Tigraayiif deeggarsa Birrii miiliyoona 10 taasisaniiru.
Jilli Abbootii Gadaa Oromoo…
Mootummaan ajjeechaa daangaa Saa’ud Araabiyaa fi Yamantitti mudate jedhame hordofaa jiraachuu ibse
Finfinnee, Hagayya 16, 2015 (FBC)- Mootummaan Ityoophiyaa ajjeechaa eegdoota Daangaa Saa’ud Araabiyaa fi Yamantitti mudate jedhame itti dhiyeenyaan hordofaa jiraachuu beeksie.
Ministeerri…
Biirichi bara baajata haaraatti lammiilee miiliyoona 3.1’f carraa hojii uumuuf karoorfachuu ibse
Finfinnee, Hagayya 16, 2015 (FBC)- Biiroon Carraa Hojii Uumuu fi Ogummaa Oromiyaa bara baajata 2016’tti lammiilee miiliyoona 3.1’f carraa hojii uumuuf karoorfatee hojjechaa jiraachuu…
Manni Maree Magaalaa Dirre Dhawaa yaa’ii ariifachiisaa gaggeesse
Finfinnee, Hagayya 16, 2015 (FBC)- Manni Maree Magaalaa Dirree Dhawaa yaa’ii ariifachiisa 2ffaa bara hojii 3ffaa gaggesseera.
Yaa’iicharrati marii gaggeeffameen nageenyaa fi misoomaa…
Gamaaggamni raawwii karoora gaggeeffamaa ture xumurame
Finfinnee, Hagayya 16, 2015 (FBC)-Gamaaggamni karoora waggoota 10 bara giddugaleessaa bakka Muummeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad argamanitti gaggeeffamaa ture xumurameera.…