Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Ityoophiyaa fi Chaayinaan deeggarsa nyaataa ariifachiisaaf waliigaltee Birrii miiliyoona 161…
Finfinnee, Amajjii 30, 2015 (FBC)- Ityoophiyaa fi Chaayinaan deeggarsa nyaataa ariifachiisaaf waliigaltee Birrii miiliyoona 161 mallatteessaniiru.
Waliigaltechis deeggarsa nyaataa yeroo…
Piroojektoota fayyadamummaa ummataa mirkaneessan xumuruuf hojiin hojjetamu cimee itti fufuu qaba –…
Finfinnee, Amajjii 30, 2015 (FBC) – Piroojektoota fayyadamummaa ummataa mirkaneessan xumuruuf hojiin hojjetamu cimee itti fufuu akka qabu Pireezidaantiin Naannoo Hararii Obbo Ordiin Badiriin…
Gaambeellaatti jijjiiramni sa’aatii hojii baatii sadiif turu taasifame
Finfinnee, Amajjii 30, 2015 (FBC)- Naannoo Gaambeellaatti ho’ina dabalaa dhuferraan kan ka’e borurraa eegalee hojiirra kan oolu sa’aatii hojii mootummaarratti jijjiirramni taasifamuu Manni…
Bu’aan yeroo sagalee murtee ummataa ifoome
Finfinnee, Amajjii 30, 2015 (FBC)- Godinaalee ja’aa fi aanaalee addaa shan Naannoo Sabaa fi Sabalammoota Kibbaa jalatti argamanitti murtee ummataa gaggeeffameen bu’aan yeroo ummataaf ifoomuu…
Sirni cimaan yoo hin jiraanne injifannoon itti fufuu hin danda’u – Pireezidaanti Shimallis…
Finfinnee, Amajjii 30, 2015 (FBC) – Sirni cimaan yoo hin jiraanne injifannoon itti fufuu hin danda'u jedhan Pireezidaantiin Mootummaa Naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis Abdiisaan.
Obbo…
Zayiitiin liitirri miiliyoona 1.2 hawaasaaf raabsame
Finfinnee, Amajjii 30, 2015 (FBC)- Dhaabbanni Misooma Galteewwan Indaastirii Ityoophiyaa zayiita nyaataa Jibuutiirraa bitee gara biyyaatti geejjibuun hawaasaaf raabsaa jiraachuu beeksiseera.…
MM Abiy Ahimad Turkii fi Sooriyaatti balaa kirkira lafaa ga’een lubbuun darbuutti gadda itti…
Finfinnee, Amajjii 30, 2015 (FBC)- Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad Turkii fi Sooriyaatti balaa kirkira lafaa ga’een lubbuun namootaa darbuutti gadda itti dhaga’ame ibsan.
Muummeen…
Murtoon uummataa naannoo Kibbaatti gaggeeffame xumuramuun lakkoofsi sagalee eegaleera- Boordii…
Finfinnee, Amajjii 29, 2015 (FBC) – Murtoon uummataa naannoo Kibbaatti gaggeeffame xumuramuun lakkoofsi sagalee eegaluu Boordiin Filannoo Biyyaalessaa beeksise.
Knniinsi sagalee uummataa…
Barattoonni qabxii darbiinsaa Yuuniivarsiitii fidan filannoo dhaabbilee isaanii hanga Guraandhala…
Finfinnee, Amajjii 29, 2015 (FBC) – Barattoonni kutaa 12ffaa barana qoramanii qabxii %50fi isaa ol fidaniifi dhaabbilee barnoota olaanoo mootummaa seenuun barachuu barbaadan filannoo…
Obbo Musxafee Mahaammad diyaaspoorota dhalattoota naannichaa ta’an waliin mari’atan
Finfinnee, Amajjii 29, 2015 (FBC) – Pireezidaantiin Naannoo Somaalee Obbo Musxafee Mahaammad diyaaspoorota dhalattoota naannichaa ta’an waliin mari’atan.
Obbo Musxafeen diyaaspoorota…