Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Meeshaaleen kontirobaandii Birrii miiliyoona 22 olitti tlmaamaaman to’ataman
Finfinnee, Hagayya 13, 2015 (FBC)- Koomishinii Gumurukaa Waajjiraa Damee Buufata Xiyyaaraa Idil Addunyaa Booleetti meeshaaleen kontiroobaandii Birrii miiliyoona 22 olitti timaamaman…
MM Dooktar Abiy Ahimad Pireezidaantii Emereetota Arabaa Gamtoomanii waliin biqiltuu dhaaban
Finfinnee, Hagayya 12, 2015 (FBC)- Muummeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad Pireezidaantii Emereetota Araba Gamtoomanii Sheek Mahaammad Biin Zayiid Al Naahiyaan waliin biqiltuu…
MM Dooktar Abiyii fi Pireezidaantiin UAE Goodaambaa Saayinsii daawwatan
Finfinnee, Hagayya 12, 2015 (FBC)- Muummeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad Pireezidaantii Emereetota Araba Gamtoomanii Sheek Mahaammad Biin Zayiid Al Naahiyaan Goodambaa Saayinsii…
Qabiinsi mirga namoomaa shakkamtoota labsii yeroo ariifachiisan to’ataamanii haala gaariirraa…
Finfinnee, Hagayya 12, 2015 (FBC)- Qabiinsi mirga namoomaa shakkamtoota labsii yeroo ariifachiisaan to’annoo jala olfamanii haala gaariirra jiraachuu Boordiin Qorataa Raawwii Labsii Yeroo…
Ityoophiyaa fi UAE gidduutti waliigalteen dameewwan garaagaraa 17 mallatteeffame
Finfinnee, Hagayya 12, 2015 (FBC)- Muummeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad jila Pireezidaantii Emereetota Araba Gamtoomanii Sheek Mahaammaad Biin Zayid Al Naahiyaan waliin marii…
Wixineen Heera mootummaa naannoo Kibba Ityoophiyaa ragga’e
Finfinnee, Hagayya 12, 2015 (FBC) – Wixineen Heera mootummaa naannoo Kibba Ityoophiyaa sagalee caalmaan ragga’eera.
Komishiniin raggaasiiftuu Heera Mootummaa naannoo Kibba Ityuoophiyaa…
Finfineetti ‘Ukee’ sababeeffachuun rookeettii ayyaanaa dhukaasuun dhorkaadha-Poolisii
Finfinnee, Hagayya 12, 2015 (FBC)- Magaalaa Finfinneetti ayyaanaa Ukee (Buhee) sababeeffachuun sirna Daamotii ibsuurratti rookeettii ayyaanaa dhukaasuun dhorkaa ta’uu Poolisiin Magaalaa…
Kongireensiin Atleetiksii Addunyaa Atleet Daraartuu Tulluuf beekkamtii laate
Finfinnee, Hagayya 12, 2015 (FBC) – Kongireensiin Atleetiksii Addunyaa Atleet Daraartuu Tulluun gumaacha Atleetiksii addunyaaf taasiisiifteef Badhaasa ‘TajaajiPilaakiw Of Meeriit’ badhaasuun…
Sheek Mahaammad Biin Zaayid Al Naahiyaan Finfinnee galan
Finfinnee, Hagayya 12, 2015 (FBC) – Pireezidaantiin Emireetoota Araba Gamtoomanii Sheek Mahaammad Biin Zaayid Al Naahiyaan Finfinnee galaniiru.
Pireezidaanti Sheek Mahaammad Biin Zaayid…
Paarkii Indastirii Qilinxootti qaamolee xiyyaaraa oomishuuf waliigalteen mallateeffame
Finfinnee, Hagayya 12, 2015 (FBC)- Paarkii Indastirii Qilinxootti meeshaalee qaama xiyyaaraa oomishuuf sanadni waliigaltee mallateeffame.
Waliigaltechi Daandii Qilleensaa Ityoophiyaa,…