Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Paarkii TQO humna guutuun hojiitti galchuuf mari’atame
Finfinnee, Amajjii 17, 2015 (FBC)- Paarkii Teeknooloojii Quunnamtii Odeeffannoo (ICT) humna guutuun fi bifa haaraan gara hojiitti galchuuf mari’atameera.
Marichis Ministeeraa…
Lammiileen kumni 1 fi 21 gara biyyaatti deebi’an
Finfinnee, Amajjii 17, 2015 (FBC)- Guyyaa har’aa marsaa sadiin hojii lammiilee gara biyyaattii deebisuu gaggeeffameen lammiileen Saa’ud Arabiyaatti haala rakkisaa keessa turan kumni 1 fi 21…
Ityoophiyaan wabii nyaataan of danda’uuf tattaaffiin taasistu biyyoota Afrikaaf fakkeenya akka ta’u…
Finfinnee, Amajjii 17, 2015 (FBC)- Ityoophiyaan qonna ammayyeessuun wabii nyaataan of danda’uuf tattaaffiin taasisaa jirtu biyyoota Afrikaaf fakkeenya akka ta’u ibsame.
Walga’iin mata…
Qophiileen Yaa’ii Gamtaa Afrikaaf taasifamaa jiran gamaaggamaman
Finfinnee, Amajjii 17, 2015(FBC)- Yaa’ii Gamtaa Afrikaa baatii Guraandhalaa gaggeeffamuuf qophiileen taasifamaa jiran gamaaggamaman.
Yaa’iin Hoggansa Gamtaa Afrikaa 36ffaafi Yaa’iin…
Deeggarsi lammiilee hongeen miidhamaniif taasifamu yeroon uummata bira qaqqabuu qaba jedhame
Finfinnee, Amajjii 17, 2015 (FBC)- Deeggarsi hongee dhufaa jiru sadarkaa hammeenya rakkichaan yeroon uummata bira qaqqabuu akka qabu Sadarkaa Ittaanaa Pireezidaantiitti Qindeessaan Kilastara…
Ejensichi hoggantoota 57 gochaa seeraan alaarratti hirmaatan gaafatamoo taasise
Finfinnee, Amajjii 17, 2015 (FBC)- Ejensiin Galmeessa Ragaalee fi Taateewwan Murteessoo Magaalaa Finfinnee hoggantoota 57 gochaalee seeraan alaarratti hirmaatan itti gaafatamtoota seeraa fi…
Obbo Ahimad Shiideen raawwii piroojektii deebisanii dhaabuurratti ministiroota waliin mari’atan
Finfinnee, Amajjii 17, 2015(FBC)- Ministirri Ministeera Maallaqaa Obbo Ahimad Shiideen raawwii piroojektii iddoowwan walitti bu’iinsaan miidhaman deebisanii dhaabuurratti ministirootaafi…
MM Abiy Ahimad Pireezidaantii Faransaay Imaanu’eel Maakroon waliin bilbilaan mari’atan
Finfinnee, Amajjii 17, 2015(FBC)- Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad Pireezidaantii Faransaay Imaanu’eel Maakroon waliin bilbilaan mari’achuu ibsan.
Muummeen Ministiraa Abiy Ahimad…
MMBBUfi dhaabbileen itti waamamoon naannoo Somaaleetti manneen namoota harka qalleeyyiif ijaarsisan…
Finfinnee, Amajjii 17, 2015(FBC)- Manni Maree Bakka Bu’oota Uummataafi dhaabbileen itti waamamoon mootummaa naannoo Somaalee waliin ta’uun magaalaa Jigjigaatti manneen namoota harka…
Ityoophiyaan DhMG keessatti hirmaannaa nagaa kabachiisuu qabdu cimsitee itti fufti-M/J Addaamnee…
Finfinnee, Amajjii 17, 2015 (FBC)- Ityoophiyaan Dhaabbata Mootummoota Gamtoomanii keesattii hirmaannaa nagaa kabachiisuu qabdu itti fufsiisuuf, hojiileen bu’aa qabeessi cimaanii itti fufuu…