Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Dooktar Girmaa Amanteen Ambaasaaddara Raashiyaa waliin mari’atan
Finfinnee, Adoolessa 27, 2015 (FBC)- Ministirri Ministeera Qonnaa Dooktar Girmaa Amanteen Ityoophiyaatti Ambaasaaddara Raashiyaa Evigeenii Taareekihiin waliin mari’ataniiru.
Marii…
Marii fi walii galteen sadarkaa hoggantootaatti taasifamaa ture faayidaa waaraa biyyaa kan…
Finfinnee, Adoolessa 27, 2015 (FBC) – Marii fi walii galteen sadarkaa hoggantootaatti taasifamaa ture faayidaa waaraa biyyaa kan eegsisuu ta’uu Ministeerri Dhimma Alaa beeksiise.
Ministir…
Moodela Azerbaajaan hojiirra oolchuuf gareen hooggansa hirmaachise hundaa’e
Finfinnee, Adoolessa 27, 2015 (FBC)- Moodela Kenniinsa Tajaajila Mootummaan Azerbaajaan hojiirra oolche Ityoophiyatti hojiirra oolchuuf gareen hooggansa hirmaachise hundaa’e.
Moodelli…
Magaalichatti lammiilee miiliyoona 1.3f waraqaan eenyummaa diijitaalaa kenname – Ejensii…
Finfinnee, Adoolessa 27, 2015 (FBC) – Magaalaa Finfinneetti lammiilee miiliyoona 1.3f waraqaan eenyummaa diijitaalaa kennamuu Ejensiin Tajaajila Galmeessa Siivilii fi jiraattootaa beeksiise.…
MM Dooktar Abiy Ahimad Ministira Dhimma Alaa Jaappaan waliin mari’atan
Finfinnee, Adoolessa 27, 2015 (FBC)-Muummeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad Ministira Dhimma Alaa Jaappaan Haayaashii Yoshiimaasaan waliin mari’ataniiru.
Dooktar Abiy Ahimad gama…
Warshaan Simmiintoo Kiiwuu Zhii Chaayinaa Oomishaa Simmiintoorratti bobba’uuf fedhii qabaachuu ibse
Finfinnee, Adoolessa 27, 2015 (FBC)- Warshaan Simmiintoo Kiiwuu Zhii Chaayinaa Magaalaa Dirre Dhawaatti oomisha Simmiintoorratti bobba’uuf fedhii qabaachuu beeksise.
Gareen jilaa abbooti…
Yaad-rimeen ida’amuu bu’uura tokkummaa sabdaneesummaati – Obbo Addisuu Araggaa
Finfinnee, Adoolessa 27, 2015 (FBC) – Yaad-rimeen ida’amuu bu’uura tokkummaa sabdaneesuummaa ta’uu Waajjira Muummee Ministiraatti Ministirri Jiddugala ijaarsa sirna diimookrasii Qunnamtii…
Jaappaan walta’iinsa gamlameenii fi Idil Addunyarraatti Ityoophiyaa waliin hojjechuuf murannoo ishee…
Finfinnee, Adoolessa 27, 2015 (FBC)- Jaappaan walta’iinsa gamlameenii fi Idil Addunyarraatti Ityoophiyaa waliin hojjechuuf murannoo qabaachuu Ministirri Dhimma Alaa Biyyattii Haayaashii…
Magaalichatti Hidha Guddicha Haroomsa Ityoophiyaaf Birriin miiliyoonni 682 ol walitti qabamuun…
Finfinnee, Adoolessa 27, 2015 (FBC)- Magaalaa Finfinneetti bara baajata 2015’tti Hidha Guddicha Haroomsa Ityoophiyaaf Birriin miiliyoonni 682.5 walitti qabamuu Wajjiirri Qindeessaa Hirmannaa…
Gurmaa’inaa Naannoo Kibbaarratti mariin xiyyeeffate gaggeeffamaa jira
Finfinnee, Adoolessa 27, 2015 (FBC)-Mariin hoggantootaa gurmaa’ina Naannoo Kibbaarratti xiyyeeffate Magaalaa Hawaasaatti gaggeeffamaa jira.
Waltajjicharratti Ittaanaan Pireezidaantii…