Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Pireezidaantiin Waldaa Qaxxaamura Diimaa Addunyaa Finfinnee galan
Finfinnee, Amajjii 17, 2015 (FBC)- Pireezidaantiin Waldaa Qaxxaamura Diimaa Idil Addunyaa Mirjaanaa Ispoljaariik daawwannaa hojii guyyoota lamaaf har’a Finfinnee galaniiru.…
Qaala’iinsi gatii nyaataa xiyyeeffannaa yoo hinarganne yaaddoo ta’ee itti fufa jedhame
Finfinnee, Amajjii 17, 2015 (FBC)- Qaala’iinsi gatii nyaataa Ityoophiyatti mul’atu xiyyeeffaanaa yoo hinargannee fi tarkaanfiin hinfudhatamne yaaddoo ta’ee akka itti fufu eerame.…
Yaa’iin waloo Koomishinaroota koomishinii Manneen Amala sirreessaa Fedeeraala fi Naannoolee…
Finfinnee, Amajjii 17, 2015(FBC)- Yaa’iin waloo Koomishinaroota koomishinii Manneen Amala sirreessaa Fedeeraala fi Naannoolee magaalaa Hararitti gaggeeffamaa jira.
Yaa’ichaan amala…
Aadde Adaanach Abeebeen kantiibota magaalota biyyoota Afrikaaf muuxannoo qoodan
Finfinnee, Amajjii 17, 2015(FBC)- Kantiiban magaalaa Finfinnee Aadde Adaanach Abeebeen Fooramii Innisheetiivii Hoggansa Kantiibummaa Afrikaa Afrikaa Kibbaatti gaggeeffamaa jirurratti…
Yuunivarsiitiin Finfinnee Yuunivarsiitiiwwan biyyoota alaa 4 waliin hojjechuuf sanada waliigaltee…
Finfinnee, Amajjii 16, 2015 (FBC) - Yuunivarsiitiin Finfinnee Yuunivarsiitiiwwan biyyoota alaa 4 waliin hojjechuuf Kootdivaayeer magaalaa Abijaatti sanada waliigaltee mallatteesseera.…
Pireezidaanti Saahilawarqi Warshaa Oomisha Gommaa Hooraayizan Addis daawwatan
Finfinnee, Amajjii 16, 2015 (FBC)- Pireezidaantiin FDRI Saahilawarqi Zawudeen Warshaa Oomisha Gommaa Hooraayizan Addis daawwataniiru.
Daawwannicharratti Pireezidaanti Saahilawarqi,…
Hayyoonni furmaata jajjaboo maddisisuun gahee isaanii akka bahatan Muummeen Ministiraa gaafatan
Finfinnee, Amajjii 16, 2015 (FBC)- Hayyoonni dhiibbaawwan hawaasummaa fi diinagdee garaagaraa Ityoophiyaa mudataa jiran hubachuun, fedhii isaanii haala qabatamaa waliin walsimsiisuu fi…
Baatiwwan 6n darban Broodkaastoota 43f eeyyamni kenname
Finfinnee, Amajjii 16, 2015 (FBC) – Abbaan Taayitaa Miidiyaalee Ityoophiyaa baatiwwan jahan darban Broodkaastoota 43 f eeyyamaa laachuu ibseera.
Abbaan Taayiticha Broodkaastoota eeyyama…
Muummeen Ministiraa Abiy Ahimad hayyoota yuunivarsitii waliin mari’achaa jiru
Finfinnee, Amajjii 16, 2015 (FBC)- Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad hayyoota yuunivarsitii waliin mari’achaa jiru.
Kanaan dura mata duree “Gahee hayyootaa Ijaarsaa Biyyaaf” jedhuun…
Dhaabbanni Awutoobisii Ambassaa fi Shaggar walitti makaman
Finfinnee, Amajjii 16, 2015 (FBC)- Dhaabbanni Awutoobisii Magaalaa Ambassaa fi Tajaajilli Geejjibaa Shaggar, Dhaabbata Tajaajila Awutoobisii Finfinnee jedhamuun dhaabbata tokkoo ta'uun…