Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Shaggaritti ijaarsa seeraan alaa irratti tarkaanfii fudhatameen lafti hektaarri kumni 3 fi 251 ol…
Finfinnee, Adoolessa 27, 2015 (FBC) – Bulchiinsa magaalaa Shaggaritti sirna bulchiinsa fi itti fayyadama lafaa ammayyeessuuf hojii jajjabeessan hojjetamuu ibsameera.
Manni Maree…
Tajaajilli galmeessaa siiviilii fi jiraattotaa ammayyaa’aan kennamaa jira-Aadde Adaanech
Finfinnee, Adoolessa 27, 2015 (FBC)- Kantiibaan Bulchiinsa Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech Abeebeen tajaajilli galmeessaa siiviilii fi jiraattotaa ammayyaa’aan kennamaa jiraachuu ibsan.…
Pirojektii fooyyeessa jireenyaa naannawaa gammoojjiin horsiisee bultoonni miiliyoona 2 fayyadamtoota…
Finfinnee, Adoolessa 27, 2015 (FBC)- Pirojektii fooyyeessa jireenyaa naannawaa gammoojjiin horsiisee bultoonni miiliyoona 2 fayyadamtoota ta’uu Ministeerri Jallisii fi Naannawaa Gammoojjii…
Yaa’iin Dhaabbilee Amantaalee Ityoophiyaa yaa’ii idilee 15ffaa gaggeessaa jira
Finfinnee, Adoolessa 27, 2015 (FBC)- Yaa’iin Dhaabbilee Amantaalee Ityoophiyaa yaa’ii idilee 15ffaa gaggeessuu eegaleera.
Yaa’iicharratti Abboottiin Amantaalee fi qondaaltonni olaanoo…
Lammilee kuma 252 oliif leenjii ogummaa garaagaraa kennameera-Ministeericha
Finfinnee, Adoolessa 27, 2015 (FBC)- Bara baajataa 2015tti lammilee kuma 252 oliif leenjiin ogummaa dameewwan garaagaraan kennamuu Ministeerri Hojii fi Ogummaa beeksise.
Ministeerri…
Mariin Paanaalii mata duree “Ida’amuu tokkummaa sabdaneesummaaf” jedhun gaggeeffamaa…
Finfinnee, Adoolessa 27, 2015 (FBC) – Mariin paanaalii mata duree “Ida'amuu tokkummaa sabdaneesummaaf'' jedhun gaggeeffamaa jira.
Mariin kun Tajaajila Oduu Itoophiyaan kan qophaa'e…
Jilli Obbo Musxafee Mahaammaddiin durfamu magaalaa Godeetti hojiilee misoomaa daawwate
Finfinnee, Adoolessa 27, 2015 (FBC) – Jilli Pireezidaantii naannoo Somaalee Obbo Musxafee Mahaammaddiin durfamu magaalaa Godeetti Piroojektoota misoomaa daawwateera.
Jilli kun Godina…
Mana Maree magaalaa Shaggar Yaa’ii idilee 1ffaa gaggeessaa jira
Finfinnee, Adoolessa 27, 2015 (FBC) – Manni Maree Bulchiinsa Magaalaa Shaggar Yaa’ii Idilee 1ffaa gaggeessaa jira.
Yaa’ichi Magaalaa Finfinnee Galma Aadaa Oromootti gaggeeffamaa jiraachuu…
Mootummaan Naannoo Beenishaangul Gumuzii fi SBUB waloon hojjechuuf waliigalan
Finfinnee, Adoolessa 26, 2015 (FBC)- Mootummaan Naannoo Beenishaangul Gumuzii fi Adda Bilisummaa Ummata Beenishaangul Gumuz (SBUB) waloon hojjechuuf dhimmoota dandeessisanirratti waliigaltee…
Yakka gowwoomsaan miidhaa Birrii miiliyoona 14 kan geessisan hidhaa cimaan itti murtaa’e
Finfinnee, Adoolessa 26, 2015 (FBC)- Manni Murti Olaanaa Federaalaa Ramadii Lidataa Dhaddachi Dhimmootaa Yakka Malaanmaltummaa 3ffaan, yakka gowwoomsaan namoota Dhaabbataa Liqii fi Qusannaa…